Sh. Abdurahmaan Dawaa

Sh. Abdurahmaan Dawaa Mana yaala Aadaa Sh. Abdurahmaan Dawaa

📍 Magaalaa Adaamaa, Booleetti argamna.
📞 lakkoofsi bilbilaa:
+251915764462
+251953397306

11/06/2026

Hiriyaa kiyyaa fi Sheeka kiyya Kabajamaa Sheikh Amiin Ibroo Baga Hajjii gootanii Nagayaan galtan Hajjii qeebalamtuu Rabb...
10/06/2026

Hiriyaa kiyyaa fi Sheeka kiyya Kabajamaa Sheikh Amiin Ibroo Baga Hajjii gootanii Nagayaan galtan
Hajjii qeebalamtuu Rabbiin isniif haa godhu
حج مبرور وسعي مشكور وذنب مغفور

03/06/2026

Bilbila keenya kanaan 091 5764462 nu qunnamaa 💚💯❣️
waliif godha...galatoomaa 🌹🫶

28/05/2026

091 5764462 ❣️
Mana Yaala Aadaa sheikh Abdurahman Dawa
Magaalaa Adaamaa boolee naannawa masjida kadijaa 🌹💯💚

Guyyoota yeroo birootii ol hojii gaarii isii keessa hoojjachuun jaalatamu keessa jirra Irraa fayyadamu jirraa? Guyyoota ...
23/05/2026

Guyyoota yeroo birootii ol hojii gaarii isii keessa hoojjachuun jaalatamu keessa jirra Irraa fayyadamu jirraa?
Guyyoota kana keessa salaata... soomana... qur'aana qara'uu ... Zikrii ... sadaqaa .... du'aa'ii walii galatri Waan keyrii tehe hunda dalaguun jaalatamaadha Haa jabaannu Rabbiin nuuf haa laaffisu

18/05/2026



091 5764462

Ilmaan Kiyya qaalii...❣️Waan Afur Rabbii irraa arkadhaa:1. Islaamummaa qulqulluu☪️2. Maatii Gaarii,👨‍👩‍👧‍👦3. Qabeenya Ba...
16/05/2026

Ilmaan Kiyya qaalii...❣️

Waan Afur Rabbii irraa arkadhaa:

1. Islaamummaa qulqulluu☪️
2. Maatii Gaarii,👨‍👩‍👧‍👦
3. Qabeenya Barakaa,💰
4. Fayyaa Guutuu..🏥

Waan 4 immoo isin irraa haa egu:

1. Jaartii/Jaarsa badaa,
2. Ollaa Hamaa,
3. Saahiba Khaa'ina nama ganu,
4. Hojii laffaatii malee bu'aa hin qabne.

Amiin Allahuma amiin 🤲🤲

...091 5764462

14/05/2026

Ragaa👌💯

Sheikh Abdurahman Dawa, adama boolee 0915764462/0910559318👈 WhatsApp ykn imo, normala👌💚💯

godhaa waliif qooda, milkaawaa🌹💚

12/05/2026

Rifensaa fi dawa isaa🌹💯💚🏥

0915764462

waliif godhaa 👌💯❣️

Address

Adama

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Sh. Abdurahmaan Dawaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share