Lãmēså Jãlétå

Lãmēså Jãlétå Page kana like and Follow godhuu hin dagaatina

"Namoonni sodaachisoon namoota yeroo tuffatamanitti tasgabbaa'anii taa'aniidha. "
21/06/2025

"Namoonni sodaachisoon namoota yeroo tuffatamanitti tasgabbaa'anii taa'aniidha. "

Allahmdurillah ...Asiin nuu gahee
20/10/2024

Allahmdurillah ...
Asiin nuu gahee

10/10/2024

☞"Jiruun tun akka bishaan garbaati.
Inni yoomile hin Tasgaba'u
Sumaatu akka itti daakan barachuu qaba."

10/10/2024

“Ilaalcha ani ofii koof qabu kunuunsuu caalaa waanti na gammachiisu addunyaa kanarra hin jiru.”

21/09/2024

Anaa qarshiin ciree ittiin nyaadhu nama kadhata jiruu chiikin tiyya na dawwaltee

Laaqana na Affeerii hin jettuu seetanii 😒🤣

Yeroo radiyoona kan agartuu weellisaa kam yaadatta
20/09/2024

Yeroo radiyoona kan agartuu weellisaa kam yaadatta

Good Husband 🙄faxara godhe hiriba kaase nyaachise manas tolche rifeensa irraa dhiqe file amma nanno dhawufi jira 😌  Jaar...
30/08/2024

Good Husband 🙄

faxara godhe hiriba kaase nyaachise manas tolche rifeensa irraa dhiqe file amma nanno dhawufi jira 😌 Jaarsa akkana isinif🤲

Address

Harer
Adama

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Lãmēså Jãlétå posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to Lãmēså Jãlétå:

Shortcuts

Share