11/05/2026
👉Ispeshaalistii Daa'immanii fi sab Ispeshaalistii Onnee Daa'immanii Dr. Tolasaa Itichaa
Hospitaala Waliigalaa Awaash*tti ogeessa fayyaa daa'immanii fi onnee daa'immanii Dr. Tolasaan ogummaa isaaniitiin muuxannoo waggoota dheeraa kan qaban, damee isaaniitiin beekamtii kan argatan, yeroo hunda tajaajila ogummaa kennaa jiru.
Fayyaan ijoollee keessanii dhimma keenya isa jalqabaati.
👉የሕፃናት ህክምና ስፔሻሊስት እና የሕፃናት የልብ ሕክምና ሰብ ስፔሻሊስት
ዶ/ር ቶሎሳ ኢቲቻ
አዋሽ ጠቅላላ ሆስፒታል የሕፃናት ሕክምና ስፔሻሊስት እና የሕፃናት የልብ ሕክምና ሰብ ስፔሻሊስት ዶ/ር ቶሎሳ ኢቲቻን እናስተዋውቆ።በሙያው ረጅም አመት ልምድ ያላቸው ፣በዘርፉ እውቅና ያተረፉ እና በሙያቸው ያለስስት አገልግሎት እየሰጡ ይገኛሉ።
የልጆቻችሁ ጤና ቀዳሚ ትኩረታችን ነው።
📱 0912489092
📱 0912659092
📍Teessoo: Adaamaa, Humna ibsaa, Daadaa Moolii duuba meetira 100 seenee argama