Abbaa Seenaa

Abbaa Seenaa Kan Darbeef hin Dhiphatin kan dhufuuf yaadi malee!

22/10/2026
17/10/2026

Eessa Dhufan amma!

17/10/2026
17/10/2026


Obbo Abbabaa Maammoo , I/A is Waajjira Fayyaa Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa ta’uun Muudamani jiru. Obbo Abbabaan is Waajjira fayyaa Godina Shawaa Bahaa duraanii Hoogganaa kan turani fi Godinichi raawwii olaanaa akka qabaatuu hooggansa gahee olaanaa taphatanidha.

Bara Hojii Gaarii !!!

17/10/2026


Obbo Abarraa Botoree Guddisaa irra deebiin Ittigaafatamaa Waajjira Fayyaa Magaalaa Shaggar ta'uun muudamanii jiru.
Bara hojii milkii isiniif haatahu!

17/10/2026


Obbo Lammii Raggaasaa, Bulchaa Bulchiinsa Kutaa Magaalaa Kooyyee Faccee ta’uun muudamaniiru.

!

17/10/2026
17/10/2026


Obboo Amantii Tolaa IG.wajjira Paartii Kutaa Magaalaa Kooyyee Faccee ta'uun Muudameera.

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abbaa Seenaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share