Gamex health information

Website

Gamex health information Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Gamex health information, Medical and health, Sheger, Oromia, Addis Ababa.

13/10/2026

👉Part 2

Akkuma mana isaa deemteen balbala rurrukutte. Mucaan ilma ishee yommuu balbala bantu jaartii ija tokkootu balbala irra dhaabatti. Mucattiin sunis ni baqatte. Booda irra ilmi ishee gadi itti ba'ee, "ati maalumaaf jireenya kootti gufuu taataa jaartittii nanaa, ani si arguu hin fedhu siin hin jennee? Amma dafii ija koo duraa badi!" ittiin jedhe. Isheenis waan gootu dhabdee gara qe'ee isheetti tirattee galte. Yeroo boodas dhukkubnishee itti hammaate. Ilmi ishee kunis waa'een harmee kanaa garaa isa nyaachuu eegale. Guyyaa tokko haadha warraa isaatiin, "guyyoota muraasaaf hojiif iddoo biraan deema" jechuun ishee sobee mana haadha isaa dhaqe. Haati isaa yommuu isa argitu, "ishoo mucaa koo baga dhufte. Ani akkuma ati argitu kana du'uuf qophiittin jira. Garuu osoo hafuurri na keessaa hin ba'in dhugaa tokko sitti himuun fedha. "Ani kanaan booda si hin qaanessu, jireenya kees hin jeequ nagaan jiraadhu. Dhugaan jiru garuu, yeroo ati daa'ima turte osoo taphattuu, mukaan of waraantee ija kee tokko balleessite. Anis ati ija tokkoon guddachuu irra ani ija tokkoon du'uu wayya jedheen ija koo tokko of keessaa baasisee siif arjoome. Ati garuu ijuma kootiin barattee bakka guddaa geessee, hamaaf gaarii hunda argitee, ijuma kootiinis argaa koo jibbite. Kanas jaaladheen godhe, ammas nan si jaaladha. Nagaan taa'i!" jechuun hafuura dhumaa baafatte addunyaa kana irraas lubbuu dhaan darbite.
‎
‎Mucaan ishee kun eelaa onnee horatee bara jireenya isaa guutuu dhukkuba gaabbii dhukkubsachaa jiraate.
‎
‎Hubadhu‼️
‎Seenaan kun amma siif fuulleedha ykn dawwitiidha keessatti of ilaali
‎NAMOOTNI SEENAA KANAA DUBBISTAAN HIRIYOOTAN KEESSANIIF SHAREE GODHAA.
‎GALATOOMAA!!!! ❤
‎👇
‎From Dr.Nafyad
‎
‎Follow for more 👇 ??
‎https://www.facebook.com/profile.php?id=615721560175
‎
‎

🙏🙏🙏🙏 WAA'EE FAYYAAGe***al herpes is a common s*xually transmitted infection caused by herpes simplex virus (HSV), most o...
06/10/2026

🙏🙏🙏🙏 WAA'EE FAYYAA
Ge***al herpes is a common s*xually transmitted infection caused by herpes simplex virus (HSV), most often HSV-2 but sometimes HSV-1. After infection, the virus remains in the body and can reactivate, causing recurrent outbreaks.
🔹 Common causes / spread
⠀
➟ Sexual skin-to-skin contact with an infected person
➟ Vaginal, a**l, or oral s*x
➟ Spread can occur even when no sores are visible
➟ HSV-1 can cause ge***al herpes through oral-ge***al contact
➟ HSV-2 is more strongly associated with recurrent ge***al infection
⠀
🔹 Common signs
⠀
➟ Painful blisters or ulcers around the ge***als or a**s
➟ Burning, tingling, or itching before sores appear
➟ Pain when urinating
➟ Tender groin lymph nodes
➟ Ge***al discomfort or soreness
➟ Some people have very mild symptoms or no noticeable symptoms
⠀
🔹 First outbreak pattern
⠀
➟ First episodes may be more severe
➟ Fever, headache, or body aches may occur
➟ Multiple painful sores may develop
➟ Symptoms may last longer than later recurrences
➟ Urination may become painful if ulcers are extensive
⠀
🔹 Recurrent outbreaks
⠀
➟ Usually milder and shorter than the first episode
➟ Tingling or burning may occur before lesions appear
➟ Stress, illness, lack of sleep, or other triggers may contribute
➟ Recurrences are generally more frequent with ge***al HSV-2 than ge***al HSV-1
⠀
🔹 Diagnosis
⠀
➟ PCR/NAAT swab from a fresh lesion is the preferred test when sores are present
➟ Viral culture may sometimes be used
➟ Type-specific blood antibody testing may help in selected situations
➟ Diagnosis should not be based on appearance alone when testing is available
⠀
🔹 Core management
⠀
➟ Antiviral medicines such as acyclovir, valacyclovir, or famciclovir can shorten outbreaks
➟ Treatment works best when started early
➟ First clinical episodes are usually treated with antiviral therapy
➟ Pain relief and gentle local care may help discomfort
➟ Keep the affected area clean and dry
⠀
🔹 Suppressive therapy
⠀
‎➟ Daily antiviral treatment may be used for frequent or troublesome recurrences
‎➟ Suppressive therapy can reduce the number of outbreaks
‎➟ It can also reduce, but not eliminate, transmission risk
‎➟ Treatment plans should be reviewed periodically
‎⠀
‎🔹 Reducing transmission
‎⠀
‎➟ Avoid s*xual contact during active sores or warning symptoms
‎➟ Condoms reduce risk but do not completely prevent transmission
‎➟ Tell s*xual partners about the diagnosis
‎➟ Daily suppressive antivirals may reduce transmission in selected couples
‎➟ Avoid touching sores and wash hands after contact
‎⠀
‎🔹 Pregnancy considerations
‎⠀
‎➟ Ge***al herpes during pregnancy should be discussed with the maternity team
‎➟ New infection late in pregnancy carries a higher risk to the newborn
‎➟ Antiviral suppression may be used near delivery in selected patients
‎➟ Active ge***al lesions at labour may affect delivery planning
‎⠀
‎🔹 What not to do
‎⠀
‎➟ Don’t pop or pick ge***al blisters
‎➟ Don’t have s*x during an active outbreak
‎➟ Don’t assume absence of sores means transmission cannot occur
‎➟ Don’t use antibiotics unless a bacterial infection is present
‎➟ Don’t share antiviral medicines with another person
‎⠀
‎🔹 Possible complications
‎⠀
‎➟ Recurrent painful outbreaks
‎➟ Difficulty urinating during severe episodes
‎➟ Increased risk of acquiring or transmitting HIV
‎➟ Rare meningitis or neurological complications
‎➟ Neonatal herpes if transmitted around childbirth
‎⠀
‎🔹 When to see a doctor
‎⠀
‎➟ First episode of ge***al blisters or ulcers
‎➟ Symptoms are severe or recurrent
‎➟ Diagnosis is uncertain
‎➟ You are pregnant and develop ge***al sores
‎➟ Symptoms do not improve with treatment
‎⠀
‎🔹 Emergency / referral warning
‎⠀
‎➟ Inability to urinate
‎➟ Severe headache, neck stiffness, or confusion
‎➟ Widespread herpes infection in an immunocompromised person
‎➟ Severe eye pain or visual symptoms after possible HSV exposure
‎➟ A newborn develops fever, poor feeding, lethargy, or blisters
‎➟ These require urgent medical assessment
‎⠀
‎🔹 High-Yield Points
‎⠀
‎➟ Ge***al herpes is caused by HSV-1 or HSV-2
‎➟ Transmission can occur even without visible sores
‎➟ PCR swab from a fresh lesion is the preferred diagnostic test
‎➟ Antivirals reduce symptom duration and recurrence frequency
‎➟ Suppressive therapy lowers, but does not eliminate, transmission risk
‎Medical disclaimer: This note is for education only and is not a substitute for professional medical advice, diagnosis, or treatment.

‎Follow for more
‎https://www.facebook.com/profile.php?id=6157215601758

Oromoon galaana waa Saba bicuu seete!  Baga geessanii irraa haftan❤️❤️❤️
04/10/2026

Oromoon galaana waa Saba bicuu seete!
Baga geessanii irraa haftan❤️❤️❤️

Aadaan keenya adda keenya
02/10/2026

Aadaan keenya adda keenya

Hordoftootni Amantii Kiristaanaa Baga Ifa fannoosaatiin isin gahe መላዉ ለክርስቲያን እምነት ተከታዮች እንኳን ለብርሃነ መስቀል በሰላም አደረሳችሁ ፣
26/09/2026

Hordoftootni Amantii Kiristaanaa Baga Ifa fannoosaatiin isin gahe
መላዉ ለክርስቲያን እምነት ተከታዮች እንኳን ለብርሃነ መስቀል በሰላም አደረሳችሁ ፣

‎MICHII SOMBAA (Pneumonia)‎********************************‎*Michiin sombaa infeekshinii sababa jermoolii ijaan hin mul'...
26/09/2026

‎MICHII SOMBAA (Pneumonia)
‎********************************
‎*Michiin sombaa infeekshinii sababa jermoolii ijaan hin mul'anne akka baakteeriyaa , vaayirasii , fangasii fi keemikaalota garaagaraan dhufuudha.
‎
‎SABABOOTA ISAA:
‎********************
‎ *Michiin sombaa nama fayyaleessa kamiyyuu qabuu danda’a ta’uus namoonni armaan gadii caalmatti saaxilamoodha. Isaanis:
‎
‎ *Tamboo aarsuu
‎ *Aara mana keessaa bahuu yeroo dheeraaf saaxilamuu
‎ * Dhukkuboota akka sukkaaraa , asmii , onnee , HIV/AIDS fi kkf qabaachuu
‎ *Alkoolii garmalee fayyadamuu
‎ *Qulqullina ilkaanii eggachuu dhiisuu
‎
‎MALLATTOOLEE:
‎******************
‎ *Akkuma sababni isaanii garaagaraa ta'e, mallattoon isaaniis baay'ee dha. Isaanis :
‎ *Qufaa guyyaa muraasaa hanga torbee lama hin caalle kan akkee qabachuu ykn dhabus danda’a
‎ *Ho’a qaamaa , dafqisiisuu
‎ *Hafuura kutaa
‎ *Darbee darbee dhukkubbii ykn waraansa qoma ykn laphee keessaa
‎ *Fedha nyaataa hir’isuu, dadhabbii qaamaa fi humna dhabuu
‎
‎YAALA
‎********
‎ *Michiin sombaa kan yaalamuu danda’u sadarkaa , cimina, haala waliigala fayyummaa dhukkubsataa sanaa fi gosa jermoota isa fidan irratti hundaa’ee kiniina ykn lilmee warrannachuun yaalamee fayya.
‎*Kanaaf yaaliin isaa nama hundaaf tokko miti, qorannoon erga adda bahee booda yaalama.
‎
‎ITTISA:
‎********
‎ *Sababoota isaaf nama saaxilan armaan olii irraa of qusachuu
‎Horaa bulaa………Fayyaa hin dhabinaa
‎Follow for more
‎https://www.facebook.com/profile.php?id=61572156017587
‎
‎
‎From Dr Oliyad Shegene” j
‎
‎Follow for more
‎https://www.facebook.com/profile.php?id=61572156017587
‎

26/09/2026

Baga ayyaana Masgalaatiin isin gahe

Human being will born then grow and then...
22/09/2026

Human being will born then grow and then...

‎🙏🙏Hepatitis B fi Hepatitis C — Gabaabinaan‎‎1. Definition (Hiika):‎👉Hepatitis B (HBV) jechuun infekshinii vaayirasii He...
20/09/2026

‎🙏🙏Hepatitis B fi Hepatitis C — Gabaabinaan
‎
‎1. Definition (Hiika):
‎👉Hepatitis B (HBV) jechuun infekshinii vaayirasii Hepatitis Btiin tiruun (liver) yeroo qabamuudha.
‎👉Hepatitis C (HCV) immoo infekshinii vaayirasii Hepatitis Ctiin tiruun qabamuudha.
‎Lamaan isaanii acute ykn chronic ta'uu danda'u.
‎
‎2. Mallattoo fi Symptoms:
‎Lamaan isaanii dadhabbii, ho'a qaamaa, nyaata jibbu, garaacha dhukkubuu, urine gurraacha fi ija/gogaa keelloo (jaundice) fiduu danda'u.
‎👉Namni Hepatitis C qabu garuu yeroo baay'ee jalqaba irratti mallattoo tokko illee qabaachuu dhiisuu danda'a.
‎
‎3. Garaagarummaa:
‎👉HBV dhiiga, saalqunnamtii fi haadha irraa gara daa'imaatti daddarba;
‎👉HCV irra caalaa dhiigaan daddarba. # B vaccine qaba;
‎ Hepatitis C vaccine hin qabu.
‎ # # HCV chronic ta'e qoricha antiviraltiin yeroo baay'ee fayyuu danda'a;
‎ # HBV immoo qorichaan to'atama.
‎
‎4. Management :
‎Hepatitis B Acute ta'eef baay'inaan supportive care kennama; chronic kan ta'eef ammoo hordoffii fi antiviral akka tenofovir ykn entecavir fayyadamuun ni danda'ama.
‎👉Hepatitis B vaccine ittisaaf kennama.
‎Hepatitis C: Qoricha direct-acting antivirals (DAAs) kennuun yaalama; qorichoonni kun HCV namoota hedduu keessatti fayyisuu danda'u.
‎⁉️Vaccine HCV hin jiru, kanaaf dhiiga faalamaa irraa of eeguuni ittisa guddaadha.
‎
‎Follow for more
‎https://www.facebook.com/profile.php?id=61572156017587
‎

Address

Sheger, Oromia
Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gamex health information posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share