04/09/2026
Nagaati ani si dhiisee deemaan jira. yoon akka tasaa ta'ee si miidhee simufachiisee jiradhe dhiifama. garuu aniif ati lamuu wal hin arginu. badi koo male garumma koo oddessite hin beektu ati. Nabalaalefachaa, na abaraa asgeessee jirta. ani waanan sigodhee hin qabu. sibira deemuuf ulagaa hundayyuu guuttadheera yoo baay'ate guyyaa 6 qofatu na hafe sin jettii barri 2018