22/07/2026
Humna Jaalalaa
Namoota maalummaa walii hin beyne, namoota dhalachuu walii hin beyne hedduutu biyya biyyarraa walitti dhufee humna jaalalaa kanaan addunyaa biraa keessa gale. Hedduutu haadha manaaf abbaa manaa wal godhatee ilmaan walirraa h**e. Har'a meeqaatu jaalala keessa waan waliif tahu dhabe!
jaalalli moo'ataadha!♥️🔥