Oromiya Kingi Oro

Oromiya Kingi Oro Oromoofi Oromoon yoo wallole kan mo'amu Oromoodha.

Hiyyoolee yaa BirrooleeBirraan Bari'eAbaaboon daraareeThe Season is Coming
04/09/2026

Hiyyoolee yaa Birroolee

Birraan Bari'e
Abaaboon daraaree

The Season is Coming

29/08/2026

Akka fincaan Gaalaa ofduuba deebite gurbaa diimaanis... Miskiin wallaayii🤣🤣🤣

08/06/2026

''T*uffee yartuun firatti kaati'' jedhani😏

01/05/2026

...Gaalamootummaan dhumnisaa...!
‎Addaggummaan jireenya namaaf ta'ee hinbeeku!
‎Beekamtiif qabeenyi karaa dalgaa dhufus nama boqochiisee hinbeeku!
‎Cidhi qarshiin raawwatamuu danda'a, gaahelli garuu qarshiin hin ijaaramu! Jaalallis qabeenyaan hin tikfamu

01/05/2026

Akka feete tahi waan feete dalagi sitti hin dubbatamiin warra jedhu kana bar kan addaggummaa dhaloota dhaalchise!
‎Isaan kun warra ofii itti qancaree, dhaloota isaan ilaalee fiigu kanammoo kichuutti carabaa jirudha!

01/05/2026

Gaafan du'e lafa boo'ichakoo kaameraa📷 qabattanii akka hindhufne!

Address

Oromiyaa
Addis Ababa

Telephone

+251917853427

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oromiya Kingi Oro posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category