Dr. Gurmessa

Dr. Gurmessa Medical doctor, Internist, public health advocates

03/08/2026
30/07/2026
30/07/2026
DHUKKUBBII DUGDAA (Backpain) Dhukkubbii dugdaa namoota hedduutu qaba. Keessumaa yoo umuriin dabalaa deemu, carraan dhukk...
27/06/2026

DHUKKUBBII DUGDAA (Backpain)

Dhukkubbii dugdaa namoota hedduutu qaba. Keessumaa yoo umuriin dabalaa deemu, carraan dhukkubbii dugdaa qabaachuu illee akkanuma dabalaa deema. Mee haala ykn mala k**a fayyadamnee of gargaaruu dandeenyaa?

1. Yeroo dheeraaf siree irra boqochuu dhiisuu. Yeroo dheeraaf siree irra boqochuun dhukkubbii dugdaa namatti caalsisa waan taheef yoo dandahame sa'aa sadii ol siree irra ciisuu dhiisuu qabna.

2. Hojii sasalphaa hojjachuu itti fufuu qabna. Hojii sasalphaa dalaguun dhukkubbii dugdaaf gaaridha. Hojii ulfaataa fi hojii dhukkubbii sana nutti kaasu ( salphaas tahu) irraa fagaachuu qabna.

3. Hojii keenya guyyaa guyyaa gaafa hojjannu akkaataa dhaabbii qaama keenyaa (posture) sirreeffachuu qabna. Posture jajallataa tahe irra dhaabatanii hojii hojjachuun gaaftokkotti dhukkuba nama qabsiisuu baatus yeroo dheeraa keessa dhukkubbii nutti fida.

4. Waan dilallaa'aa ta'e yokaan ho'aa tahe bakka dhukkubu sanarra kaa'uun dhukkubbiin akka itti dhaggeeffatu taasisa. Lameen keessaa kan sirriitti nutti fooyyesse fayyadamna.

5. Yoo rafnu yoo dugdaan ciisne tahe boraatii jilba keenya jala; yoo cinaachaan ciifne tahe ammoo boraatii jilba keenya lamaan gidduu kaa'achuun nutti fooyyessa. Garaadhaan ciisuun ammoo dhiibbaa qaamaa dugdarra kaahuudhaan dhukkubbii nutti cimsa.

6. Yoo tamboo kan xuuxnu tahe addaan kutuu qabna.
7. Kana hunda cinaatti ogeessa fayaa bira deemanii ka'umsaa isaa baranii gagaarsaargachuun gaariidha.

***************
Fayyaan Faaya

13/06/2026

ሁኔታዎች ሁሉ ደህና ነበሩ። እንደ ህክምና ዶክተር እየሰራሁ ሳለ የመጀመሪያዎቹ የህመም ምልክቶች ታዩ፤ በዚ...

Dear Dr. Dabesa Gobena our friend and coworker, Congratulations on successfully defending your PhD!This is a remarkable ...
13/06/2026

Dear Dr. Dabesa Gobena our friend and coworker, Congratulations on successfully defending your PhD!

This is a remarkable achievement and a testament to your hard work and dedication. Wishing you continued success and many exciting opportunities ahead.

Congratulations, Doctor!

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dr. Gurmessa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category