Dr Nafyad Getu

Dr Nafyad Getu πŸ™πŸ™

 πŸ’”πŸ’”πŸ’”πŸ˜­πŸ˜­
06/06/2026

πŸ’”πŸ’”πŸ’”πŸ˜­πŸ˜­

Gurbaa photo kana na kaasetti Yoon   dhugaan qaba mitii oromoo?Akkasumatti argaa ragaadhumaaf!
05/06/2026

Gurbaa photo kana na kaasetti Yoon dhugaan qaba mitii oromoo?
Akkasumatti argaa ragaadhumaaf!

Justice for Arsi Orthodox Christian's⛔️Ajjeechaan Uummata Kiristaanaa  Arsii akka dhaabbatuuf qaamni kamiyyuu gaheera is...
04/06/2026

Justice for Arsi Orthodox Christian's⛔️
Ajjeechaan Uummata Kiristaanaa Arsii akka dhaabbatuuf qaamni kamiyyuu gaheera isaa haa bahatu!

06/05/2026

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Sanyii Oromoo Geleto, Ijoollee Kaarra Gaattee, Dawit Geremu, Megersa Dereje, Haadha RH Hayyuu, Maati Eebbisaa Abakuu, Gold Sten Borbor, Gemechu Mechawa Bati, Sebsibe Zeleke, Jilo Boko, Reedwaan Waliyyii Tusaa, Sena Biyana, Shibiru Fikadu, Iyob Fikadu, Hambisa Negera, Kuma Kee, Ibrahim Mahamad Alisho, Duulaa Huseen Husen, Felmetu Oromo, Amanuel Bechusa, Sabona Lami, Morkata Demeke, Gadisa Tolera, Saafayii Mahaamad, Sablaan Kha Dullachaa, Dinaadigi Kamiso, Kadir Best, Woyyeessaa Sabaa, Tasfaa Yaazaw Taamiraat, Abdii Oro West, Adisu Abdeta, Yoom Assagenyee Salphaatii, Isheetuu Alamu, Nagesa Balela, Dave Kebede Befk, Wabii Wabex Kennesaa, Bashii Gindoo, Sharafadin Mahamad, Tamee Guddinaa, Mustefa Temam, Abdu Musa, Jafee Walaaga, Duba Tache Nura, Tufa Bekuma, Abayinesh Abera, Yirgalem Addisu Tafasa Rufe, Galma Dabaso, Ajib Sultan, Obsaan Gudataa, Kebso Monet Mtc

πŸ’”
29/04/2026

πŸ’”

25/04/2026

  fuula instagrami isaa irratti akka waliin hojjetuuf abbaan company   qunnamee jira.Milkaa`ina jechuun akkasi jabaadhu ...
24/04/2026

fuula instagrami isaa irratti akka waliin hojjetuuf abbaan company qunnamee jira.Milkaa`ina jechuun akkasi jabaadhu obbole!

 πŸ₯°πŸ₯°πŸ₯°
23/04/2026

πŸ₯°πŸ₯°πŸ₯°

Hiyyummaa haa baddu. Dhabni kolfa si dhowwiti. dhabuun ija namaa si hanqisti. dhabuun si fokkisiisti. qabaannaan uffatte...
22/04/2026

Hiyyummaa haa baddu. Dhabni kolfa si dhowwiti. dhabuun ija namaa si hanqisti. dhabuun si fokkisiisti. qabaannaan uffattee bareedda. dibattee ifta. Dubbattee dhageessifta. Qabaannaan ni kabajamta. yoo qabaatte ni sodaatamta. Hin qabdu taanaan kana hunda hin qabdu. beekumsikee, beekamtiin kee homaa hin baasu.

Dhabni haa dhabamtu!

22/04/2026

qabeenya qabeenya caaludha;ittiin bakka yaanne geenya.kanaaf fayyaa keenyaa haalaan haa eegganu!πŸ™πŸ™

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dr Nafyad Getu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category