Qotaa Najjoo.

Qotaa Najjoo. Bu'uuralee Misooma Najjoof Hunduu Haa Tumsinu

11/07/2026

Du'aatii Haadhoolii Hospitaala Najjoo Keessaatti Ta'a Ture yeroo dhihottii ...Ifa baafna . nu eega.
Bulchiisa Hospitaala irraa hanga Hojjetaa Gaditti....

๐—”๐—ฏ๐—ฏ๐—ฎ๐—ฎ ๐—พ๐˜‚๐—ฏ๐—ฎ ๐Ÿฏ๐—ณ๐—ถ ๐—ฎ๐—ฏ๐˜‚๐˜‚๐—ฑ๐—ฑ๐˜‚๐˜‚ ๐—ฑ๐—ต๐—ฒ๐—ฒ๐—ฟ๐—ฎ๐—ฎ!Oduu Qotaa Najjoo Waxabajjii 25/10/2018Giruum Gazzuu jedhama. Jiraataa Magaalaa Adaamaa ...
02/07/2026

๐—”๐—ฏ๐—ฏ๐—ฎ๐—ฎ ๐—พ๐˜‚๐—ฏ๐—ฎ ๐Ÿฏ๐—ณ๐—ถ ๐—ฎ๐—ฏ๐˜‚๐˜‚๐—ฑ๐—ฑ๐˜‚๐˜‚ ๐—ฑ๐—ต๐—ฒ๐—ฒ๐—ฟ๐—ฎ๐—ฎ!
Oduu Qotaa Najjoo Waxabajjii 25/10/2018

Giruum Gazzuu jedhama. Jiraataa Magaalaa Adaamaa yoo ta'u kophee qulqulleessee bula.

Giruum quba harka mirgaa 5fi quba harka bitaa 3 waliin dhalachuu hime.

Qubni abuudduun kaanirra dheerachuunsaa uumama addaati.

Namoonni haaraan kophee qulqulleeffachuuf bira yoo dhaqan harka quba 3 qofa waliin uumame kana arganii akka Raajefaatanii kaffaaltii Dabalata. (tip)illee keennuuf............................................................

Haalli uumama qubaa kun 'triphalangeal thumb' akka jedhamuufi namoota miliyoona tokko keessaa nama tokko carraan haala kanaan dhalachuu mudachuu akka danda'us Eraama.
Fayyaan Faayyaa
Qotaa Najjoo...

๐—ฆ๐—ต๐—ฎ๐—บ๐—ฎ๐—ฟ๐—ฟ๐—ฒ๐—ฒ ๐˜๐—ผ๐—ธ๐—ธ๐—ผ ๐—ธ๐—ฒ๐—ฒ๐˜€๐˜€๐—ฎ๐—ฎ ๐˜…๐—ฎ๐—ป๐—ป๐—ฎ๐—ฐ๐—ต๐—ถ ๐—ธ๐—ถ๐—ถ๐—น๐—ผ๐—ด๐—ถ๐—ฟ๐—ฎ๐—ฎ๐—บ๐—ฎ ๐Ÿฒ ๐˜‚๐—น๐—ณ๐—ฎ๐—ฎ๐˜๐˜‚ ๐˜†๐—ฎ๐—ฎ๐—น๐—ถ๐—ถ ๐—ฏ๐—ฎ๐—พ๐—ฎ๐—พ๐˜€๐—ฎ๐—ป๐—ถ๐—ถ ๐˜„๐—ฎ๐—น๐—ฑ๐—ต๐—ฎ๐—ฎ๐—ป๐˜‚๐˜‚๐˜๐—ถ๐—ถ๐—ป ๐—ฏ๐—ฎ๐—ฎ๐—ณ๐—ฎ๐—บ๐—ฒOduu Qotaa Najjoo Waxaba...
01/07/2026

๐—ฆ๐—ต๐—ฎ๐—บ๐—ฎ๐—ฟ๐—ฟ๐—ฒ๐—ฒ ๐˜๐—ผ๐—ธ๐—ธ๐—ผ ๐—ธ๐—ฒ๐—ฒ๐˜€๐˜€๐—ฎ๐—ฎ ๐˜…๐—ฎ๐—ป๐—ป๐—ฎ๐—ฐ๐—ต๐—ถ ๐—ธ๐—ถ๐—ถ๐—น๐—ผ๐—ด๐—ถ๐—ฟ๐—ฎ๐—ฎ๐—บ๐—ฎ ๐Ÿฒ ๐˜‚๐—น๐—ณ๐—ฎ๐—ฎ๐˜๐˜‚ ๐˜†๐—ฎ๐—ฎ๐—น๐—ถ๐—ถ ๐—ฏ๐—ฎ๐—พ๐—ฎ๐—พ๐˜€๐—ฎ๐—ป๐—ถ๐—ถ ๐˜„๐—ฎ๐—น๐—ฑ๐—ต๐—ฎ๐—ฎ๐—ป๐˜‚๐˜‚๐˜๐—ถ๐—ถ๐—ป ๐—ฏ๐—ฎ๐—ฎ๐—ณ๐—ฎ๐—บ๐—ฒ
Oduu Qotaa Najjoo Waxabajjii 24/10/2018
Hospitaala Waliigalaa Dalloomannaatti shamarree umurii 17 tokko keessaa xannachi kg 6 ulfaatu waldhaansa baqaqsanii yaaluutiin baafame.
Jiraattuu Godina Boorana Bahaa Aanaa Madda Wolaabuu kan taate shamarreen kun ji'oota jahan darbaniif garaan ishee haala hin baratamneen dhiitahaa, nyaatni jibbisiisaa, qaamni ishees garmalee hirdhataa dhufuutu dhagahame jedhan maatii....

irraa laqaxee Mucayyoon...
26/06/2026

irraa laqaxee Mucayyoon...

26/06/2026

Shugguxii Afaan keessaa ka'uu Dorsiisa Bula .......Abbaa Mucayoo....
.......

Dhala Hiyyeessa Guyyaatti yeroo dhibbaa post gocha Oola ..Kan Isa immoo fuula Dhoksa.
26/06/2026

Dhala Hiyyeessa Guyyaatti yeroo dhibbaa post gocha Oola ..Kan Isa immoo fuula Dhoksa.

23/06/2026

Ilmaan Araaba...๐Ÿ™‰

Isiin Utuu biyyaa bulchitanii Ummaata Oromiyaa Hunda Shaahada Qabachiiftuu Dhuga....Mee Kiristaannii tokko jira kana kee...
23/06/2026

Isiin Utuu biyyaa bulchitanii Ummaata Oromiyaa Hunda Shaahada Qabachiiftuu Dhuga....
Mee Kiristaannii tokko jira kana keessa...?..

23/06/2026

Xaawoo Baxabbaaxanii na Oboosaan .๐Ÿ˜ณ

Address

Najjoo
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Qotaa Najjoo. posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to Qotaa Najjoo.:

Shortcuts

Share