Agaro General Hospital

Agaro General Hospital Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Agaro General Hospital, Hospital, Agaro, Agaro.

Hospitaalli Waliigalaa Aggaaroo tajaajila yaalaa tola ooltummaa Mana Sirreessaa Magaalaa Aggaarootti milkaa'inaan kennee...
29/07/2026

Hospitaalli Waliigalaa Aggaaroo tajaajila yaalaa tola ooltummaa Mana Sirreessaa Magaalaa Aggaarootti milkaa'inaan kenneera. Tajaajilli kun fayyaa hidhamtootaa eeguu, dhukkuboota adda baasuun yaaluu( screening) fi tajaajila fayyaa isaanii fooyyessuuf kan kaayyeffate ture.

Oduu Gammachiisaa!Jiraattoota Magaalaa Aggaaroo fi naannoo isheetti argamtan hundaaf.Hospitaalli Waliigalaa Aggaaroo ken...
28/07/2026

Oduu Gammachiisaa!
Jiraattoota Magaalaa Aggaaroo fi naannoo isheetti argamtan hundaaf.
Hospitaalli Waliigalaa Aggaaroo kenniinsa tajaajila lammummaa hojjachuuf qophii isaa guutuun xumureera.
Tajaajiloonni bilisaan kennaman keessaa:
Qorannoo dhukkuba Sukkaaraa,
Qorannoo dhiibbaa dhiigaa,
Qorannoo HIV,
Qorannoo dhibee Sombaa (TB),
Qorannoo Kaanseerii Fiixee Gadameessaa,
Qorannoo Kaanseerii Harmaa,
Qorannoo agartuu ijaa,
Qorannoo dhibee Tiruu (Hepatitis B virus)
Tajaajila Altiraasawundii dubartoota ulfaaf,
Akkasumas barumsa fayyaa ogeeyyii hospitaalichaatiin ni kennama.
Tajaajiloonni kunneen bilisaan gafaa guyyaa guyyaa 22/11/18 Mana sirreessa Magalaa Aggaaroo fi mooraa Hospitaala Waaliigalaa Aggaaroo argatu.
Kanaafuu, hawaasni naannolee kannaa
tti argamtan hundi carraa kana akka fayyadamtan kabajaan isin affeerra.
Fayyaa keenyaaf dursa haa kenninu!
Hospitaala Waliigalaa Aggaaroo.

Address

Agaro
Agaro

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Agaro General Hospital posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category