Dr Shamel Abdi

Dr Shamel Abdi health professional

Page kun kan ummata kiyyaa hundaaf fayyaa saba kootii eeguuf...

๐Ÿšจ๐Ÿ’‰ โ€œDiclo + Dexaโ€ โ€“ Balaa Suuta Nama Ajjeesu!Waamicha Of-Qabuu Hawaasa Keenyaaf1๏ธโƒฃ Seenaa Dhugaa โ€“ Barnoota Guddaa Nuuf ...
14/01/2026

๐Ÿšจ๐Ÿ’‰ โ€œDiclo + Dexaโ€ โ€“ Balaa Suuta Nama Ajjeesu!
Waamicha Of-Qabuu Hawaasa Keenyaaf
1๏ธโƒฃ Seenaa Dhugaa โ€“ Barnoota Guddaa Nuuf Taโ€™u

๐Ÿ‘จโ€๐Ÿฆณ Obbo R, nama ganna 37, furdina qaamaa (obesity) qaba. Qufaa salphaa fi dhukkubbii garaa xiqqoo qabaachuun gara Hospitaala Meelbaa dhufe.
Yeroo dheeraaf kilinika dhuunfaa tokko irraa qorichoota armaan gadii sirinjii tokkoon walitti makanii itti kennamaa ture:

Ceftriaxone
Diclofenac
Dexamethasone

Yeroo sirnaan fayyaa isaa itti dhagaโ€™amu hundatti immoo:
โ€œLilmoo sana naaf kennaa, inni na fayyisaโ€ jedhee ofii isaatiin gaafata ture.
โ— Kun mallattoo rakkoo guddaa dha โ€” qoricha sirinjii akka qoricha aadaaatti fayyadamuun amala hawaasa keenya keessatti babalโ€™ataa jiraachuu agarsiisa.

2๏ธโƒฃ Haala Fayyaa Isaa โ€“ Dhugaa Dhoksaa Hin Jiru
Qorannoon Hospitaala Meelbaatti taasifame akka agarsiisutti:
๐Ÿฉธ Dhiibbaa dhiigaa: 180/90 mmHg (Hypertension cimaa)
๐Ÿฉธ Sukkaara dhiigaa (HbA1c): 10.3% (Sukkaara toโ€™annaa ala)
๐Ÿค• Dhukkubbii garaachaa cimaa โ€“ mallattoo madaa garaachaa (peptic ulcer)

โžก๏ธ Xiinxalli ogeeyyii:
Isteeroyidii (Dexamethasone) yeroo dheeraaf fayyadamuun
Diclofenac waliin walitti makuun โžก๏ธ miidhaa garaachaa, sukkaaraa fi dhiibbaa dhiigaa hammeesseera.
Kanaaf:
Fayyaa saffisaa argachuuf, balaa yeroo dheeraa of irratti uumeera.

3๏ธโƒฃ โ€œDiclo + Dexaโ€ โ€“ Maaliif Hawaasa Keenya Keessatti Beekkamaa Taโ€™e?
Hawaasni keenya bakka hedduutti lilmoo kana:
dhukkubbii lafee
dhukkubbii dugda
hargansuu
qufaa
alerjii furuuf ni fayyadama.

Maqaa adda addaan waamama:
๐Ÿ’ฌ โ€œแˆ˜แ‹ตแˆ€แŠ’แ‰ต แŠ•แ‹แˆตโ€
๐Ÿ’ฌ โ€œแˆ˜แ‹ตแˆ€แŠ’แ‰ต แˆ˜แŒˆแŒฃแŒ แˆšโ€
๐Ÿ’ฌ โ€œแˆ˜แ‹แŒˆแ‰ฅ แˆ›แŠ•แŠชแ‹ซโ€
โ— Garuu kun hundi maqaa dhokataa dha โ€” dhugaan isaa isteeroyidii fi NSAID dha!

4๏ธโƒฃ Dhugaa Saayinsii โ€“ Maaliif Hin Hayyamamne?
๐Ÿšซ Diclofenac + Dexamethasone sirinjii tokko keessatti walitti makuun:
Qajeelfama FDA hin eegne
Qajeelfama EMA hin eegne
Ragaa nageenyaa hin qabne
Balaa fayyaa guddaa qaba
๐Ÿšซ Qorichi wal makame akkanaa:
dhibeewwan hin barbaachifne ni uuma
mallattoo dhukkubaa dhoksa
dhukkubsataa fayyaa fakkeessa

5๏ธโƒฃ Ragaa Qorannoo โ€“ Rakkoon Kun Ha

14/01/2026

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Muktaar Mahaammad, Megarsa Ahmed, Emebet Nol, Kiyyaa Kee

04/07/2025

ู…ูู†ูŽ ูฑู„ุชูŽู‘ูˆูŽู‘ุงุจููŠู†ูŽ ูˆูŽูฑุฌู’ุนูŽู„ู’ู†ููŠ ู…ูู†ูŽ ูฑู„ู’ู…ูุชูŽุทูŽู‡ูู‘ุฑููŠู†ูŽ
Allahumma salli ala muhammadin wa ali muhammadin wajalni mina alttawwabina waajalni mina almutatahhirina.

20/04/2023

Baga iid alfixriin isiin gahee Jenna warra baranaa kan bara hegeree nuhaa godhu.

31/01/2023

hi everyone

31/01/2023
Namni tokko fayyaadha kan jedhamu dhibee waan hin qabneef qofaa miti Fayyaa hin dhabinaa.......
16/10/2022

Namni tokko fayyaadha kan jedhamu dhibee waan hin qabneef qofaa miti

Fayyaa hin dhabinaa.......

01/04/2022

Ramadaan Mubaarak !!
Warra kheeyri ramadaanni qabu hunda argatu nuhaa godhuu!!

Gahee keenya haa baanuu๐Ÿ™
31/03/2022

Gahee keenya haa baanuu๐Ÿ™

Afaan Oromoo Afaanota Gurguddoo Addunyaa 109 tti makamee tajaajila kennuu jalqabuuf Jechootni English Miliyoona 1 fi isaa ol Afaan Oromootti yoo hiikamaniidha. Kana milkeessuf Namni Jechaa fi Hima Afaan English gara Afaan oromootti hiikuu dandaโ€™u kamuu irratti hirmaachuu ni dandaโ€™a. kanaaf immoo...

30/03/2022

Muslims around the world will observe Ramadan ๐ŸŒ™ and fast from sunrise till sundown for a month.

The first day of fasting is likely to be Saturday, April 2. Here's what you need to know: https://aje.io/fcget2

16/03/2022

"Manni Murtii Harree Itti Himatan Hin Jiru. Si'a Sadii Dhiitamee, Si'a Sadeenuu Dhiise"...โ€ผ

๐Ÿ๐Ÿ๐Ÿ๐Ÿ๐Ÿ๐Ÿ๐Ÿ๐Ÿ๐Ÿ๐Ÿ๐Ÿ๐Ÿ๐Ÿ๐Ÿ๐Ÿ๐Ÿ
๐Ÿ“ŒAlbart Anistaayin jedhama. Namni kun hayyuu addunyaati. Biyya lafaa kanaaf bu'aa guddaa buusee darbe. Saayintistii beekamaadha. Gaaf tokko osoo inni miilaan magaalaa keessa deemu dargaggoonni isa arganii, ilaali Anistaayin jedhanii walitti agarsiisanii. Inumaa rukutuuf murteessan.

๐Ÿ“ŒAkkuma waliif galaniin inni tokko fiigee dhaqee duubaan dhiite. Anistaayin ilaaleetuma callisee deeme. Xiqqoo yeroo inni achi deemu gurbaan kun ammas fiigee dhaqee dhiite. Anistaayin ilaaleetuma callisee imala isaa itti fufe. Erga inni xiqqoo achi fagaatee booda, gurbaadhumti sun fiigee dhaqqabee si'a sadaffaaf dhiite. Yeroo kanas Anistaayin ittuma dhiise.

๐Ÿ“ŒNamoonni baay'een garuu Gocha kana arganii rifatan. Maaliif ofirraa hin dhoorgitu yookiin maaliif seeratti hin himanne? jedhaniin. Anistaayin ni deebiseef, namticha kana ofirraa dhoorkuuf yeroo isaa hin qabu. Ofirraa dhorka jedhee yoo wal'aansoo waliin qabe, bakka itti deemaa jiru yeroon karoorsetti hin gahu. Seeratti himachuuf ammoo, manni murtii Harree itti himatan hin jiru. Kan nama dhiitu Harreedha, jedheenii bira kutee deeme.

๐Ÿ“ŒYartuu gita kee hin beekne hundaaf deebii hin kennin. Yaartuu hanga xumuraatti injifachuuf galma qabattee kaatee osoo hin sharafin milkeessii. Of dura tarkaanfadhu nama koo!

๐Ÿ‘‰ Seenaa namoota beekamoo

Address

Harar

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dr Shamel Abdi posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to Dr Shamel Abdi:

Share