05/06/2026
Oduu Gammachiisaa
Dheenya kana Kawaasillii Dargaggoota Muslimaa Godina Harargee Bahaa Yaroo Muudamma Garagaraa Aannoota G/Harargee bahaa hedduu irratti Dargaggoota Muudaa ture agaree hedduu gammanee Laati Aanaa keenya Aanaa jaarsootiif hoo muudamni kun yoom dhufa janee Gaafi Gaafacha ture!
arra kuno guyyaa Jummaa guyyaa gaari kanaan Surprise nu godhu keessaniif hedduu galatooma isiniin jana 🙏 Muudammoota bara kana gaggeessa jiru Wanti adda isa godhuufi akka malee nama gammachiisu Dargaggoota qaxallee Barnoota Amantaa fi Barnoota Akkaadamiin adda dure tahan Muudu isaatti 👌 kan Aanaa keenyati arra tahe kuniis Ragaa isa kanaati
Dargaggoota sirrii iddoo Sirriitti✅️
Bara hojii gaari isiniin jane Hooggantoota keenya isiin faana jira jabaadha imaana jabbeessa ☝️
👉MUSLIMNI TOKKOOMMEE KARAA TOKKO DEEMUUN DIRQAMA AMMANTAA KEENYATTI!