15/07/2026
🏆 Shaampiyoonaa Addunyaa 2026 – Dorgommii Tilmaama Bu'aa Walakkaa Xumuraa! ⚽🔥
Har'a galgala sa'aatii 4:00 irratti gareen biyyaalessaa Arjentiinaa, kan Liiyoneel Meesiin hogganamu, fi gareen biyyaalessaa Ingilizii, kan Haarii Keeniin hogganamu, tapha walakkaa xumuraa Shaampiyoonaa Addunyaa 2026 ni taphatu.
Bu'aa tapha kana sirriitti tilmaamaa; badhaafamaa! 🎁
Hospitaalli Waliigalaa Odaa Hullee, akkuma yeroo darbe, namoota bu'aa sirriitti tilmaaman keessaa namoota 10 carraan filataman ni badhaasa.
👉 Taphni osoo hin jalqabin dura tilmaama keessan kutaa yaadaa (comment) keessatti barreessaa!
Fuulaalee miidiyaa hawaasaa keenya hordofaa!
TikTok: odahullegeneralhospital Instagram: odahullegeneralhospital YouTube: odahullegeneralhospital
🍀 Carraa gaarii!
የ2026 የዓለም ዋንጫ የግማሽ ፍጻሜ ውጤት ትንበያ ውድድር!
ዛሬ ምሽት 4:00 ሰዓት በሊዮኔል ሜሲ የሚመራው የአርጀንቲና ብሔራዊ ቡድን እና በሃሪ ኬን የሚመራው የእንግሊዝ ብሔራዊ ቡድን መካከል የ2026 የዓለም ዋንጫ የግማሽ ፍጻሜ ጨዋታ ይካሄዳል።
የጨዋታውን ውጤት በትክክል ይገምቱ፤ ይሸለሙ!
ኦዳ ሁሌ ጠቅላላ ሆስፒታል እንደ ቀድሞው ሁሉ፣ ውጤቱን በትክክል ከገመቱ ተሳታፊዎች መካከል 10 እድለኞች በዕጣ ተለይተው ይሸለማሉ።
ጨዋታው ከመጀመሩ በፊት ግምትዎን በኮመንት ያስቀምጡ!
የማህበራዊ ሚዲያ ገጾቻችንን ይከታተሉ!
TikTok:- odahullegeneralhospital
Instagram:-odahullegeneralhospital
YouTube:- odahullegeneralhospital
መልካም ዕድል!