Oromia shall be free

Oromia shall be free Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Oromia shall be free, AIDS Resource Center, debasegeja@gmail. com, Shashemene.

27/08/2026
13/08/2026

Interneetiin ololaa
Woyi kilaash ta'ee lolaa"?
Umar Suleemantu duraan dursee himee
Gurra nu duucha oduun as irraa cimee🤮
Oduudha oduu qalbii irraa hin kaane
Oduudha oduu akkanaa kan fiixa hin baane
Qorannoo gadi fagoodhaan yoo hubatamu
Oduudha oduu fakkeessaaf dubbatamu🤮
Worri kuun worra kaan tuffata
Worri kuunis worra kaan tuffata
Yoo ifa siif godhe waan barreessuuf jalqabee,
Oromoon worra lachuu tuffata wolitti qabee.
Waan hin goone ni godhaan humna kee garsiifte
Akka waan hin goone godha jettu diina kee barsiifte.
Akka wodala Harree enterneetii irraa hin iyyin!
Ati interneetii irraa iyyitaa miidhamaarti biyyin😭
Dubbannu dhagahamuu dhabnee dararamna
Yeroo cal'isnu maaf cal'iftaniif abaaramna.
Akka lachittuu worra interneetii jalaa hin baane
Akkiifii akkaataan badee lafee ottetti badde taane😭
Abu Genemo

Address

Debasegeja@gmail. Com
Shashemene

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oromia shall be free posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share