Alliance Hospital

Alliance Hospital Alliance Hospital – founded by 40 dedicated physicians to deliver trusted, compassionate, and advanced healthcare for our community.

EID MUBARAK!!
28/05/2026

EID MUBARAK!!

🏥 Hospitaalli Aliyaans hawaasa magaalaa Shaashamannee fi naannawa isiitiif tajaajila fayyaa amanamaa kennuuf qophii xumu...
31/10/2025

🏥 Hospitaalli Aliyaans hawaasa magaalaa Shaashamannee fi naannawa isiitiif tajaajila fayyaa amanamaa kennuuf qophii xumuree jira. Ogeessa yaala Yuroolojii keenna Dr. Alemu Bedado Hirpo waliin wal-baraa! Gargaarsa ogummaa fi kunuunsa si'ataa waliin, fayyaa keessan tiksina.

🏥 Alliance Hospital is ready to provide reliable health services to the community of Shashemene and its surroundings. Meet DR Alemu Bededa, our Urologist — delivering expert care and compassionate service to protect your health.

💙 Expert Care, Exceptional Service!

📍 Shaashamannee, Itoophiyaa — Hoteela Hamiltan irraa gara daandii Baale geessutti meetira 150 fagaannee argamna.

📞 0462112524 | 0462112535

🩺 Ogeeyyi amanamoo, Tajaajila qulqulluu!Kutaa yaala baqaqsanii hodhuu waliigalaa Hospitaala Aliyaans waliin walbaraa!👨‍⚕...
25/10/2025

🩺 Ogeeyyi amanamoo, Tajaajila qulqulluu!
Kutaa yaala baqaqsanii hodhuu waliigalaa Hospitaala Aliyaans waliin walbaraa!
👨‍⚕️👩‍⚕️ Yaala saffisaa, qulqullinnaa fi tajaajila kunuunsa guddaan deeggarame isinii kennuuf garee qindoominaan hojjetuudha.

🩺Trusted doctors, Quality care!
Meet the Department of General Surgery Specialists at Alliance Hospital. It’s a coordinated team providing you with fast, quality treatment and services supported by great care.

💙 Expert care, Exceptional service!

📍 Shaashamannee, Itoophiyaa!
Hoteela Hamiltan irraa gara daandii Baale geessutti meetira 150 fagaannee argamna.

📞 0911925680
📞 0911823772

Ogeeyyii amanamoo, tajaajila qulqulluu! Ispeeshalistoota kutaa yaala da’uumsaafi haawwotaa hospitaala Aliyaans waliin wa...
22/10/2025

Ogeeyyii amanamoo, tajaajila qulqulluu!
Ispeeshalistoota kutaa yaala da’uumsaafi haawwotaa hospitaala Aliyaans waliin wal baraa. Jalqabbii ulfaatii kaase hanga daa’umsa boodaatti kunuunsa olaanaa taasifna.
Dhukkuboota sirna hormaata hubaniif ogeeyyonni keenya muuxannoo fi gahuumsa gahaa qabu.

Trusted doctors, quality care!
Meet the Department of Obstetrics and Gynecology specialists at Alliance Hospital.
From the beginning of pregnancy to post-delivery care, we provide exceptional and compassionate support. 🤰🤱
Our experienced professionals are ready to manage all reproductive health conditions with excellence.

📍 Shaashamannee, Itoophiyaa!
Hoteela Hamiltan irraa gara daandii Baale geessutti meetira 150 fagaannee argamna.

📞 0911925680
📞 0911823772

Fayyaa ijoollee xixxiqqoo fi daa’immaniif ogummaa fi kunuunsi ogeessaa haalaan barbaachisaadha. Ispeeshaalistoota kutaa ...
20/10/2025

Fayyaa ijoollee xixxiqqoo fi daa’immaniif ogummaa fi kunuunsi ogeessaa haalaan barbaachisaadha.
Ispeeshaalistoota kutaa yaala daa’immanii Hospitaala Aliyaans waliin wal baraa!

The health of infants and children demands both professionalism and compassion. Meet the specialists in the Department of Pediatrics at Alliance Hospital!

📍 Shaashamannee, Itoophiyaa!
Hoteela Hamiltan irraa gara Daandii Baale geessutti meetira 150 fagaannee argamna.

📞 0911925680
📞 0911823772

🏥 Magaalaa Shaashamannee fi naannawa isiitti, Hospitaalli Aliyaans tajaajila qulqullina qabu kennuuf hojjataa jira. Kuta...
18/10/2025

🏥 Magaalaa Shaashamannee fi naannawa isiitti, Hospitaalli Aliyaans tajaajila qulqullina qabu kennuuf hojjataa jira. Kutaa yaala gogaa fi dhukkuboota saalqunnamtiin daddarban waliin wal baraa!
👨🏽‍⚕️ Dr. Darajjee Bayeechaa

Alliance Hospital is working hard to provide quality healthcare services in Shashemene & around. Meet the Department of Dermatovenerology!
👨🏽‍⚕️Dr. Dereje Bayecha

📍Shaashamannee, Itoophiyaa
Naannawa Hoteela Hamiltan

📞 0911925680
📞0911823772

Ogeeyyii amanamoo, Tajaajila qulqulluu! 💙🩺Ispeeshaalistoota muummee raadiyoloojii Hospitaala Aliyaans wajjiin wal baraa....
16/10/2025

Ogeeyyii amanamoo, Tajaajila qulqulluu! 💙🩺
Ispeeshaalistoota muummee raadiyoloojii Hospitaala Aliyaans wajjiin wal baraa.👨‍⚕️

Trusted doctors, quality care! 💙🩺
Meet the department of radiology specialists of Alliance Hospital.👨‍⚕️

📍Shaashamannee, Itoophiyaa
Naannawa Hoteela Hamiltan

📞 0911925680
📞0911823772

Ogeeyyii amanamoo, Tajaajila qulqulluu! 💙🩺Ispeeshaalistoota muummee yaala keessoo (Internal Medicine) Hospitaala Aliyaan...
14/10/2025

Ogeeyyii amanamoo, Tajaajila qulqulluu! 💙🩺
Ispeeshaalistoota muummee yaala keessoo (Internal Medicine) Hospitaala Aliyaans wajjin wal baraa.👨‍⚕️

Trusted doctors, quality care! 💙🩺
Meet the Internal Medicine specialists of Alliance Hospital.👨‍⚕️

📍Shaashamannee, Itoophiyaa
Naannawa Hoteela Hamiltan

📞 0911925680
📞0911823772

📢 Gammachuu guddaan isin beeksifna!Hospitaalli Aliyaans tajaajila fayyaa sadarkaa isaa eeggate hawaasa magaalaa Shaasham...
08/10/2025

📢 Gammachuu guddaan isin beeksifna!

Hospitaalli Aliyaans tajaajila fayyaa sadarkaa isaa eeggate hawaasa magaalaa Shaashamannee fi godinaalee magaalattiin jiddu gala taatuuf, Yeroo dhiyootti haala adda ta'een ni jalqaba. Qulqullinna, itti gaafatamummaa, fi ogummaa gahaan isin tajaajiluuf qophoofneerra.

Alliance Hospital — Where Specialists Shape Better Health.

🏥 Hospitaala AliyaansHospitaalli Aliyaans, Ispeeshalistoota fi ogeeyyii gahumsaa fi muuxannoo qabaniin dabaalamee, Yeroo...
15/09/2025

🏥 Hospitaala Aliyaans

Hospitaalli Aliyaans, Ispeeshalistoota fi ogeeyyii gahumsaa fi muuxannoo qabaniin dabaalamee, Yeroo dhiyootti tajaajila si'ataa fi qulqullinna qabu hawaasaaf kennuu ifatti ni jalqaba.

📍 Teessoon: Magaalaa Shaashamannee, Naannawa Hoteela Hamiltan
🔗 Liinkii sanduuqa yaadaa jala jiruun chaanaala telegramii keenyatti makamaa!

Address

Shashemene

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Alliance Hospital posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category