Dawaa Jaalalaa

  • Home
  • Dawaa Jaalalaa

Dawaa Jaalalaa yoo si gammachiise like

Dawaa Jaalalaa motivation words!
04/09/2026

Dawaa Jaalalaa motivation words!

Dawaa Jaalalaa SEENAA ERGAA GUDDAA DABARSUU KANA DUBBISA IRRA BARADHAA! ******************************************Gurbaa...
02/09/2026

Dawaa Jaalalaa
SEENAA ERGAA GUDDAA DABARSUU KANA DUBBISA IRRA BARADHAA!
******************************************
Gurbaa tokkootu ture. Gurbaan Kunis Ganda xiqqaa tokko keessatti yeeyyii hoolaa irraa eega. Galgala tokko prank Uummata gochuuf jedhee wayyoo yeeyyiin hoolaa fixxe, dirmadhaa maaloo uuuuuu jedhee Ganda keessa deemee iyyee. Uummanni gandaatis buqqa'ee ka'ee dirmatee homaa dhabee gale. Gurbaan kun guyyaa biraatis waanuma wal fakkaataa godhe. Boodarra uummanni soba isaa baree iyyaa sobaa isaatiif dirmachuu dhiise. Utuma kanaan jiruu guyyaa tokko yeeyyiin dhuguma ta'e hoolootatti namite. Innis Ganda keessa fiigee wayyoo yeeyyiin hoolaa fixxee dirmadhaa jechuu eegale. Uummanni immoo soba isaa sana duraatiin rifatee waan tureef, namni isa dhaga'uu hin turre. Akkuma kana duraa qoosaa waan jiru se'an. Akkasiin dirmachuu tokko dhabee yeyyiin hooloota hunda nyaatee fixe. Utuu gaafa duraa dhugaa waan dubbatu ta'ee har'a uummanni dubbii isaa amanee isaaf dirmata ture.
Inni immoo soba uummata waan barsiiseef har'as uummanni ijuma sanaan isa ilaale.
****************************************
Seenaa kanarraa wanti hubannu yeroo hedduu soba dubbachuun gaafa dhugaa dubbattuuf amanamummaa argachuuf si rakkisa. Namoonni soba kee baratan dhugaa kee hin amanan. Soba sanaan immoo boodarra Kan miidhamu suma mataa keedha malee namoota ati itti sobdu sanaa miti. Kanaafi hanga siif danda'ametti dhugaa dubbachuu fi jecha keetiif amanamaa ta'uuf yaali. waan Dubbistaniif Galatoomaa!✍🏻🙏

31/08/2026

Baale biyya

31/08/2026

Eessa isinitti fakkaata?

30/08/2026
Dawaa Jaalalaa follow godhaa.👇👇👇👇"Namni hundi nyaachuu barbaada, garuu kan adamsee nyaachuu barbaadu muraasa!" Kuni erga...
30/08/2026

Dawaa Jaalalaa follow godhaa.
👇👇👇👇
"Namni hundi nyaachuu barbaada, garuu kan adamsee nyaachuu barbaadu muraasa!" Kuni ergaa guddaa of keessaa qaba. Kana jechuun, hedduun keenya dadhabbii malee ykn ifaajuu malee tola nyaachuu, guddachuu, milkaa'uu, sooromuu, beekamuu barbaanna akka jechuuti!!
Nu haa oolchu jedhaamee!!

follow, like nu godhaa😁
30/08/2026

follow, like nu godhaa😁

25/08/2026

Walbarbaadaa namni wal jaalatuu. Mee na himii eessa bakkeen jirtuuu.......tiyya tiyyaa.
Dawaa Jaalalaa follow godhaa

Address

Abba Daamaa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dawaa Jaalalaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

  • Want your practice to be the top-listed Clinic?

Share