DR. Ilillii Jemal

DR. Ilillii Jemal Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from DR. Ilillii Jemal, Doctor, Jamhuri Park.

Fedhii olaanan Qaama saala dubartii gar-kamitti argama!?**********Akkuma qaamni saalaa dhiiraa yeroo ka'e guddatu, buqus...
21/07/2026

Fedhii olaanan Qaama saala dubartii gar-kamitti argama!?
**********
Akkuma qaamni saalaa dhiiraa yeroo ka'e guddatu, buqushaanis yoo dubarri walqunnamtii saalaa feete bal'innii fi gadi fageenyi isaa ni dabala. Fknf, yeroo dubarri fedhii keessa galtetti gadi fageenyi buqushaa naannoo seentimeetira 4 ol dabaluu danda'a akka qorannoon agarsiisutti. Kunimmoo qaama saalaa dhiiraa hunda liqimsuuf isa dandeessisa🤔.

‎qaamni saalaa dubartii, gadi fageenya inni qabu keessaa, iddoon fedhii olaanaan irratti argamu, gara alaatti gadi siqee argama. Sababni isaas, buqushaan afaan isaa walitti dhiphaa yoo ta'u, hammuma gara keessatti deemnu bal'achaa adeema. Kunimmoo bakki riganni olaanan uumamu afaanuma isaarratti akka ta'u godha jechuudha. Haata'u malee yeroo saalqunnamtii qaama saalaa dhiiraa itti fixuun fedhii dubaraatiif hin barbaachisu jechuuf miti.
Guutuu isaaf telegram channel Koo join godhaa
👇👇
https://t.me/IlilliiJemal

21/07/2026

Fayyisaa Leellisaa daganne. Duuti nu haa dagatu😁

DHEERINNA QAAMA SAALA DHIIRAA*Akka qorannoon garaagaraa ibsutti dhiiroota guutuu addunyaa keessaa walakkaan ykn dhibbaan...
20/07/2026

DHEERINNA QAAMA SAALA DHIIRAA
*Akka qorannoon garaagaraa ibsutti dhiiroota guutuu addunyaa keessaa walakkaan ykn dhibbaantaa 50 kan ta'u, dheerinna qaama saalaa xiqqoo qabna, jaalallee/haadha manaa koo gammachiisuu hin danda'u, jedhanii yaaduu; faalla kanaatin immoo dubartootni dhibbantaa 85 (dubartoota 100 keessaa 85) kan ta'an, dheerinna qaama saala dhiiraa, dhiirri ofi isaatiif xiqqoodha, jaalallee/haadha manaa koo gammachiisuu hin danda'u jedhee yaadun gammaddo ta'anii jiru/quufanii jiruu, kana jechuun yeroo baayyee dubartiin waa'ee dheerinna qaama saala dhiiraa hin dhiphattu jechudha jedhaa.
*Jiddu galan/averejidhan dheerinni qaama saala dhiiraa hin kaane 7--12 cm dhaa;;kan ka'e immoo 12--16 cm dhaa.
*Jiddu galan/averejidhan naannofni (circumference) qaama saala dhiiraa hin kaane 8--10 cm dhaa,, kan ka'e immoo 10--12cm dhaa.
*Dheerinni qaama saala dhiiraa hin kaane, dheerinna erga ka'en booda tilmaamuf hin ooluu.
*Dheerinni qaama saala dhiiraa baayyee xiqqoo fi yaala barbaada kan jedhamu osoo hin ka'in yoo 4cm ykn yoo ka'e immoo 7.5cm gadi yoo ta'edhaa.
*Dheerinni qaama saala dhiiraa dhala dhabuu waliin homaa hidhata hin qabuu
*Waa'ee dheerinna qaama saalaa baay'isaanii dhiphachun rakkoo garagaraaf fknf ofitti amanamummaa gadi buusuu, rakkoo ka'uu dhabuu ykn fedhii saala dafanii xumuruu fi kkf nama saaxilaa.
Walumaa galatti akkuma filannon nyaataa, namootaa garagara ta'e filannoon dheerinna qaama saalaa dubartootas garagara ta'uu danda'a wan ta'eef waa'ee kanaa dhiphachuu caalaa haadha manaa/jaalallee waliin mari'achuun furmaata barbaduun baayyee barbaachisadhaa.
MALOOTA WALQUNNAMTII SAALAA FOOYYESSUUF GARGAARAN
Namni tokko guyyaatti ykn torbanitti yeroo meeqa walqunnamtii saalaa gochuu qaba?
Guutuu isaa asiin dubbisaa
👇👇
https://t.me/IlilliiJemal

20/07/2026

Shall-ee jechuun maal jechuudha?

  Eeggannoo Yeroo Walqunnamtii Saalaa (Dhiirotaaf)🔥➲ Yeroo Walqunnamtii saalaa raawwatamu of eegannoo taasisuun murteess...
19/07/2026

Eeggannoo Yeroo Walqunnamtii Saalaa (Dhiirotaaf)🔥
➲ Yeroo Walqunnamtii saalaa raawwatamu of eegannoo taasisuun murteessadha. Dogogorri uumamu sirna Walqunnamtii saalaa raawwatamaa jiruu jeeqa, darbees immoo Walqunnamtii itti aanuf eeyyamummaa ishii dhabuu dandeessa. Kanaaf amma si danda'ametti of eeggannoon barbaachisaadha.

➲ Isin lachuuf ta'uu beeki. Yeroo Walqunnamtii saalan dura qaama ho'isuun ishumatti fedhii horuuf dhama'aa akka jirtutti yaaduu hin qabdu. Qaama wal ho'isuun ishii duwwaaf qofa osoo hin taane ofii keetifis jecha akka ta'e yaadi. Qaama ho'isuun kee fedhii kee dabaluu biraa darbee s'aamummaa qaamni saalaa kee yeroo raawwattuuf akka gonfattu si godha.

➲ Uffata ishii itti hin lakkisin. Hanga ishiin uffata ofirraa guurtee fixxutti hin ilaalin. Kan kee ishiin sirra haa baastu. Kan ishii garuu situ baasuu qaba. Qabduu harmaa fi paantii dabalatee jechuudha. Yeroo baastus immoo irrumaa callistee darbachuu miti. Suuta irraa baasuu qabda. Uffata baasun salphaa fakkaatus garuu yeroo baastu san akka fedhiin ishii itti dabalutti. Irraa baastee itti ol deebisuu. Paantii walakkaa gadi buustee itti immoo ol deebsitee intala dhungachas dhumarra irraa baasuu.

➲ Hin nuffisiisin. Walqunnamtii saalatiin dura qaama kakaasun faayidaa akka qabu waan dhageesse qofaaf intala sukkuumaa ooluu hin qabdu. Hanga qaamni ishii ho'ee fedhiin fuula ishiirraa dubbifamuu jalqabnaan gaa'adha. Yoo baay'ate daqiiqaa digdamni ga'aadha.

➲ Iddoo tokkorra hin turin. Fedhiin ishii hidhiirra jira jettee achumarra afaan kee qadaaddee turuu hin qabdu. Harmi baay'ee iddoo miirawaadha jettee amma ishiin nuffitutti sukkuumaa ooluu hin qabdu. Kan akka qinxirii hin jiru jettee qaamuma kana gorogoraa itti baay'iisuun gaarii miti. Fedhiin walitti ida'ama waan ta'eef bakkuma hundayyuu kakaasun gaadeemi.

➲ Harka qofa hin fayyadamin.
Guutuu isaa asiin dubbisaa
👇👇
https://t.me/IlilliiJemal

18/07/2026

Deebineerra!

Barnoota fayyaa argachuuf page kana share waliif godhaa

Gadi fageessuun sal**nfaayidaa akkamii qaba? (Deep pe*******on sex😉🙄)✏°°°°°°°°°°Akkuma qaamni saalaa dhiiraa yeroo ka'e ...
18/07/2026

Gadi fageessuun sal**nfaayidaa akkamii qaba? (Deep pe*******on sex😉🙄)
✏°°°°°°°°°°
Akkuma qaamni saalaa dhiiraa yeroo ka'e guddatu, buqushaanis yoo dubarri walqunnamtii saalaa feete bal'innii fi gadi fageenyi isaa ni dabala. Fknf, yeroo dubarri fedhii keessa galtetti gadi fageenyi buqushaa naannoo seentimeetira 4 ol dabaluu danda'a akka qorannoon agarsiisutti. Kunimmoo qaama saalaa dhiiraa hunda liqimsuuf isa dandeessisa🤔.

Yeroo darbe akka laaluf yaalletti, qaamni saalaa dubartii, gadi fageenya inni qabu keessaa, iddoon fedhii olaanaan irratti argamu, gara alaatti gadi siqee argama. Sababni isaas, buqushaan afaan isaa walitti dhiphaa yoo ta'u, hammuma gara keessatti deemnu bal'achaa adeema. Kunimmoo bakki riganni olaanan uumamu afaanuma isaarratti akka ta'u godha jechuudha. Haata'u malee yeroo saalqunnamtii qaama saalaa dhiiraa itti fixuun fedhii dubaraatiif hin barbaachisu jechuuf miti.

Yeroo haalaan itti seenu, mataan qaama saalaa dhiiraa, caasaa buqushaa gara duubaa(posterior fornix jedhamu) bira gahuu danda'a. Posterior fornix kuni serviksii duubatti darbee waan ta'eef, mataa serviiksii kakaasuufii danda'a. Kanaafuu akka daftee dhangalaastuuf ishee gargaara jechuudha. Dhiiraf ammoo gaafa haalaan gadi fagaatu, wanti wayii mataa qaama saalaa akka rigutu itti dhangahama. Miira ajaayibaati. Wanti suni serviiksii jenne sani😆.

Dubartiin takka takka yoo haalaan itti hin seenin waan walqunnamtii saalaa goote itti hin fakkaatu. Kaan ammoo, yoo baayyee gadi fagaate miirri dhukkubbii waan itti dhagahamuuf, itti hin tolu. Wanti ishee tokkoof hojjatu taaniif ta'uu dhiisuu mala jechuudha.

Walumaa galatti wantin jechuu barbaade, yeroo walqunnamtii saalaa, qaama saalaa hamma dhumaatti itti seensisuun, isheettis inuma mi'aawa jedhanii itti dhiiburra, waan lamaan keenya gammachiisurratti xiyyeeffachuu barbaachisa🙄.
Guutuu isaa telegram channel Koo irraa dubbisaa
👇👇
https://t.me/IlilliiJemal

Harmeenke du'a mucaako taa'ee hin ilaalu jette dursitee ofitti murteesite. Inni isheen sodaatte siif hin hafne "Baga nag...
24/06/2026

Harmeenke du'a mucaako taa'ee hin ilaalu jette dursitee ofitti murteesite. Inni isheen sodaatte siif hin hafne "Baga nagaan galte" jedhanii bakka ciistetti siganani. Kana ture kan harmeenkes ijaan arguu sodaattee dursitee baqatte. Dhumnike kana ta'uu hin qabu ture maal godhu egaa..

Murtoonke dhumaa gootummaake irraa waan sharafu tokko hin qabu. Qabsoo Oromoo Dhiiga fi dafqa ijoollummaakee itti xuruursiteef kabaja guddaatu siif mala. Daa'ima taatee ture Bosona keessatti kan si argaa turre. Yoomuu Gootadha ati!

Amma Jaallan Bosonatti hafan fi ummata yeroo mara olola Shimallis "Koottaa nagaan galaa" jedhu dhugaa se'ee isinitti murteessuuf waan tokko ifa gootee darbiteetta; Siyaasa keessa 'Marii' malee 'Araara' waanti jedhamu hin jiru! Araarri siyaasaa tooftaa ganumsaa qe'ee Oromoo qofa jirudha.

Nagaan boqodhu Hacee
Seenaan siyaadata.

viidiyoo yeroo ajjee-chaa isaa telegram channel Koo irraa dawwaadhaa
👇👇
https://t.me/IlilliiJemal

19/06/2026

Wantii dhirrii hin sobnee lakkoofsa account isaa qofaa ! 😁

"Saalqunnamtii heddummeessun dhiira hudduu irraa fixxii?"**********Yaanni wal-qunnamtii saalaa dhiira hudduu irraa fixxi...
12/06/2026

"Saalqunnamtii heddummeessun dhiira hudduu irraa fixxii?"
**********
Yaanni wal-qunnamtii saalaa dhiira hudduu irraa fixxi, dubartii ammoo hudduu baasisiifti jedhu dhugaa miti gosa jette jettee hawaasummaa durii fi hubannoo dogoggoraa irraa dhufe. Qorannoon fayyaa ammayyaa akka agarsiisutti, wal-qunnamtiin saalaa dhiiraaf hudduu irraa fixuu ykn dhukkubbii dugdaa/mudhii kutuu akka hin dandandeenye mirkaneessa. Garuu haalli inni ittiin wal-qunnamtii saalaa rawwatu yoo rakkoo qabaate, fakkeenyaaf: yeroo walquunnamtii saalaa micciirimee yoo ciise, guyyaa hojii humnaa jabaa hojjate, yookaan rakkoo lafee dugdaa duraan yoo qabaate mudhiin dhukkubuu dandeessi. Wal-qunnamtiin saalaa fayyaa qaamaa eeguu keessatti faayidaa qabdi, fkn dhiibbaa dhiigaa fooyyessuuf, lafee jabeessuf, fi sammuu tasgabbeessuuf ni gargaarti. Asirratti wanti hubatamuu qabu nyaata gahaafii haala jireenyaa siirrii hin taane keessatti torbaanitti yeroo torbaa ol yoo rawwattan rakkoo jedhame kanaaf isin saaxiluu danda'a. Namoonni haala jireenyaa tasgabbii hin qabne keessa jiran, nyaata gahaa hin argenne, hojii humnaa ulfaataa hojjatan torbaanitti yeroo takkaa ol raawwatuun hin garfamu.

Dubartootaa ammoo hoo?

Guutuu isaaf telegram channel irraa argattuu
👇👇👇
https://t.me/IlilliiJemal

Address

Jamhuri Park

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when DR. Ilillii Jemal posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category