Jaal Murtii

Call

Jaal Murtii Nutoo hin gatantarru; Abdiin nu qabnu suma!

jaalummaan obboluummaarra humna guddaa qaba.❣️
28/05/2026

jaalummaan obboluummaarra humna guddaa qaba.❣️

Jiruun Jireenyaa miti, jireenyatu jiruudha. Jireenyahiika qabu jiraachuudhaaf abjuu mul'ata qabu abjochuun dirqama!!
28/05/2026

Jiruun Jireenyaa miti, jireenyatu jiruudha. Jireenya
hiika qabu jiraachuudhaaf abjuu mul'ata qabu
abjochuun dirqama!!

✍️Oromoo filaannoon hin garboomne Qawween garboome malee Qawween bilisoomna💥
28/05/2026

✍️Oromoo filaannoon hin garboomne Qawween garboome malee Qawween bilisoomna💥

✍️teenyee waaqa kadhannee bilisoomna osoo hin taane warra afaan qawweetin nu cabsee sirna isaa nurratti diriirfate afaan...
28/05/2026

✍️teenyee waaqa kadhannee bilisoomna osoo hin taane warra afaan qawweetin nu cabsee sirna isaa nurratti diriirfate afaan qawween cabsinee injifannet bilisoomna ☆ kan nu cabsee nu gabroomse waaqa osoo hin taane nama waan ta'ef namni namatti fide namumatu ofirraa deebisa🧠 alagaan gaafa nu cabsu taa'ee waaqa nutti kadhatee nun cabsine aarsaa barbaachisu hunda kanfaleet biyyas namas nurraa fudhate♤ nutis biyya keenya deeffachuuf aarsaa barbaachisu hundaa ni kanfallaa• taa'anii biyyi tola namaaf deebi'u hin jiru yeroo baayyee hawaasa keessa jirru keessatti rakkoo oromoo kana waaqni maalif arguu dadhabee yeroo jedhan dhageenya kuni ilaalcha dogoggoraati waaqni osoo ati homa tokko lafaa hin kaasin waaqni si milkeessu hin jiru waan ati dalagatterratti waaqni si milkeessa yoo jabaannee biyya keenya deeffanne kabajamaa fi sodaattamaa taanee jiranna jabaanne qabsoofnan yeroon itti bilisoomnu fagoo miti
Oromiyaan biyya
Jaal Murtii

Dungoo bitaachuuf biiftu hin gurgriin osoo addeessi jirtuu urjii hin hawwiin
28/05/2026

Dungoo bitaachuuf biiftu hin gurgriin osoo addeessi jirtuu urjii hin hawwiin

Qawween Malee Tolattii Roorroon Sirraa hin Ka'u Qawweedhaan Qabsoonkee Kan Galmaa Isaa Ga'u Kanaafu Filannoon Kenyaa Qaw...
27/05/2026

Qawween Malee Tolattii Roorroon Sirraa hin Ka'u Qawweedhaan Qabsoonkee Kan Galmaa Isaa Ga'u Kanaafu Filannoon Kenyaa Qawweedha.

Garaa Qulqulluu QabadhuSammuu Qulqulluun YaadiiHarkaa Qulqulluun HojjeedhuHarr'a milkaayiinsa dhabduus boriif seenaa kee...
27/05/2026

Garaa Qulqulluu Qabadhu
Sammuu Qulqulluun Yaadii
Harkaa Qulqulluun Hojjeedhu
Harr'a milkaayiinsa dhabduus boriif seenaa kee bareechaa ❤️❤️💚💚❤️

Dubbii qabnaarra, hojii qabnaan kabajaa ilmaa namaa daangaa hin qabneedha.Jaal Murtii
27/05/2026

Dubbii qabnaarra, hojii qabnaan kabajaa ilmaa namaa daangaa hin qabneedha.

Jaal Murtii

Wantii hojjetamuu hangaa xumuramuttii waan hin danda,amnee fakkataa. Warrii kaleessa hin dandeessan jedhee qoosuufi kolf...
27/05/2026

Wantii hojjetamuu hangaa xumuramuttii waan hin danda,amnee fakkataa. Warrii kaleessa hin dandeessan jedhee qoosuufi kolfaa turee har,aa boo,uu fi gadduutti jiraa. Kanaafuu dandeetti Kee malee kan namaa hin beektuu callisii taa,ii

As wr wb Baga Ayyaana Arafaa kan bara 1,447ffaan Waliin nu gahee     !
27/05/2026

As wr wb
Baga Ayyaana Arafaa kan bara 1,447ffaan
Waliin nu gahee !

Address

Kuala Lumpur

Telephone

+967734640380

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Jaal Murtii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share