F/taa Taarikuu Baacaa

  • Home
  • F/taa Taarikuu Baacaa

F/taa  Taarikuu Baacaa I am pharmaceict

29/01/2026
09/12/2025

yeroo hundumaa waaqessuu

📖Marq 16:1-4 ¯¯¯ ¹ Sanbanni erga darbee, Maariyaam isheen Magdalaa, Maariyaam haati Yaaqoob, Salomeenis dhaqanii dhagna ...
05/04/2024

📖Marq 16:1-4 ¯¯¯ ¹ Sanbanni erga darbee, Maariyaam isheen Magdalaa, Maariyaam haati Yaaqoob, Salomeenis dhaqanii dhagna Yesus dibuudhaaf urgooftuu bitan. ² Jalqaba torbanii, [gaafa Sanbata guddaa], ganama barii ka'anii akkuma aduun baateen awwaalicha bira ga'an. ³ Karaatti immoo, "Eenyutu dhagicha balbala awwaalichaattii nuuf garagalcha?" waliin jechaa turan. ⁴ Dhagichi baay'ee guddaa ture; itti hiiqanii yommuu ilaalan immoo dhagichi balbala awwaalichaattii garagalfamee argan.
✝️Waaqayyoo humna dadhabootaati; Ayyaanni Waaqayyoo kan dhufeef warra jaboof utuu hin taane, dadhaboota gargaaruudhaafidha.
✝️Ayyaanni isaa humna keenya, akkasumas ga'umsa keenya.
✝️Wanti isin fagootti ilaaltanii sodaattan maaliidha? Wanti isin quba itti qabdanii yaaddoftan maaliidha? Waaqayyoo itti bu'ee isin duraa kuffisuu danda'a.
✝️Dubartoonni gara awwaalichaatti adeemaa turan yaaddoon isaanii dhagicha isa awwaalicha irra ture sanadha. Wanti hunduu akka nuyi fagootti ilaalle sodaannu miti; Waaqqyyoo dadhaboota waan gargaaruuf.
📖Iyo 26:1-2 ¯¯¯¯¯¯ ¹ Yommus Iyoob immoo deebisee, ² "Ati nama humna hin qabne maal maal gargaarte! Nama irreen isaa hin jabaatinis maal maal oolchite!
Qofaa keenya homaa gochuu hin dandeenyu, garuu Waaqayyoo wajjin wanti hunduu salphaadha.
📖Far. 60¯¯¯¯¯¯ ¹¹ Warra nu cunqursan jalaa ba'uuf, gargaarsi namaa homaa waa'ee hin baasu waan ta'eef, ati gargaarsa nuuf kenni! ¹² Waaqayyoo wajjin nuyi humna in godhanna, warra nu cunqursan gad kan dhidhiitu isa.
✝️Jabinakeen, beekumsakeen, ogummaakeen mo'ichi hin jiru; garuu gargaarsa Waaqayyootiin wanyi hundu salphaadha.

Galatoomaa Dr Nafyad Getu
14/12/2023

Galatoomaa Dr Nafyad Getu

Maaddii Tolootaa   Wow Dassee well come
28/11/2023

Maaddii Tolootaa
Wow Dassee well come

BARFATTEE KAATULLEE DURSITEEMA GEESSAAWaan tokkollee hin  hafu karoorakee keessaaHumna  maaltu yesuus qabee si  daangess...
19/10/2018

BARFATTEE KAATULLEE DURSITEEMA GEESSAA
Waan tokkollee hin hafu karoorakee keessaa
Humna maaltu yesuus qabee si daangessaa
Hundumtuu karaarraa goree si dabarsaa
Galaana addaan hirtee gadi qabde tulluu
Galmaan geessa hojiikee takkaa karaa hin buluu

AMMAYYUU JIRA Abdiin dhalootaaAmmayyuu jira wabiin  dhalootaaKoottaa ni waaqessinaaYeroo keenyaaf humna  keenya  isaaf  ...
26/08/2018

AMMAYYUU JIRA Abdiin dhalootaa
Ammayyuu jira wabiin dhalootaa
Koottaa ni waaqessinaa
Yeroo keenyaaf humna keenya isaaf aarsinaa

Qoodan boo'aa ture  ofirra gadi taa'eeHar'ammoo mannikoo eebbakeen machaa'eAnaafi mannikoo siin waaqessinaKunooka wal ge...
19/08/2018

Qoodan boo'aa ture ofirra gadi taa'ee
Har'ammoo mannikoo eebbakeen machaa'e
Anaafi mannikoo siin waaqessina
Kunooka wal geenyee aarsaa dhiyeessina

Address


Telephone

+251933976042

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when F/taa Taarikuu Baacaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to F/taa Taarikuu Baacaa:

Shortcuts

  • Want your practice to be the top-listed Clinic?

Share