22/06/2026
Mallattoolee 27 kan ijji Budaa/waanyoo yokan immo Ayina xilaan si tuqee jiraachuu fi Hojii harka Namaa Sihiriin/falfalli yokaan xinqolaan sitti hojjetame jiraachuu ittiin beekuu dandeessu.
Mallattoolee dhibee kanneen beekuun ofii kee fi Maatii fi firoota/hiriyoota kees, yeroon yaalchiisuuf si gargaara waan ta'eef, Obsaan dubbisii Share godhii.
Ija Hamaa yokan "Ayinal xilaa" Ija Budaa fi falfalli yoka sihiriin wantoota walitti hidhamanii jiranuu fi mallattoo wal fakkaataa qabanudha. Wantoonni kun lamaan isaaniyyuu humnoota hafuura hamaa jireenyaa fi fayyaa, qabeenya namootaa, gaa'ilaa fi barnoota walumaa galatti hawaasummaa irratti miidhaa geessisuu danda’anidha, jedhamee amanama!.
Wantootni kun lamaan isaanii waggoota 4000 durallee amantii durii aadaa fi amantii ammaa hedduu keessatti hundee godhatanii beekamanidha.
Budaa yokan Ayina xilaa ija hamaa jechuun Anniisaa hamaa ilaalchaan waan ilaalame irratti miidhaa geessisu yoo ta'u, yeroo baay'ee hinaaffaa fi jibbaa irraa kan maddudha.
Sihrii falfala ykn Xinqolaa jechuun immoo waan dhokataa fi ifatti hin mul’anne dha, Garuu miidhaa isaa dhugaadhaan kan mul'atuu fi Argamudha! sihirii yokan Falfalli gocha seexanaa, kan nama miidhu garuu kan dhoksaadhaan nama tuqu jechuudha.
Wantoota kunniin akkamitti beekuu dandeenya? Mallattoolee 27 kan waan kana qabaachuu kee, yokan dhibeen kun sirra jiraachuu agarsiisan kanneen armaan gadiiti:
1. Sababa dhukkuba tokkoo malee Fedhiin nyaataa hir'achuu, Nyaata Booda garaa keessaa Nama Ciniinuu fi Jeeqamuu.
2. Halkan hirriiba isaa keessatti Abjuu sodaachisaa kan akka bofaa fi jawwee, saree bineensota sodaachisoo fi Nama isa Rukutuu fi ittiin lolu yokan isaa wajjiin walitti bu'uu fedhu Abjuun hirriiba keeysaa itti Mul'ata,.
3. Sammuu dadhibsaas:
Barataas ta'ee namni hin baranne kamuu Yeroo ijji budaa tuqe Erraanfii yokan Waa dagachuu Baayyisuu fi waan barate
Sammuu-tti Qabachuu dadhabaa.
4. Sammuun namaa waan hin beekamnee waan isa hin laallanneetti dhiphataa, ni sodaata ni jeeqama waan isa jeequ hin beekuu.
5. Bakka hojii Ofii deemuu Jibbuu fi hojii keessatti kufaatii fi Kisaaraan baayyachuu, Akkasumas Hojii Duraan Sirriitti hojjetaa ture Wallaaluu fi hojii isaa keessatti dhama,uu, hojii dur danda'u deebi'ee Akka itti hojjetu wallaaluu.
6. Sababa tokko malee Gadduu fi Yaadda'uu, Sammuun jeeqamuu fi Dafee Aaruu fi dallanuu Baayyisuu Amalli jijjiirame nama wajjiin walii galuu dadhabuu fi kkf nama saaxila.
7. Sababa Qabatamaa Tokko Malee
Galgalaa fi Halkan Rukuttaa Onnee namatti Dabalaa, garuu Yeroo Mana yaalaa deemee Qoratame dhukkubni irratti Mul'atu hin jiru.
9. Mana ofiitti galuu nama jibbisiisa, Yeroo Gara Mana Nama biraa Deemanu, ni gammadu, garuu yeroo Mana Ofii kessa jiran Gammachuu dhabuu fi dhiphina sammuu itti dhagayama.
10. Mana ofii keeysatti,
Halkan Hirriba Keessa Abjuun Sagalee Adda addaa dhaga'uu fi Abjuu Sodaachisaa Arguu Fakkeenyaaf, Gaara yokan tabba guddaa irraa Gara Boollaatti kufuu fi daandii hin Beekne irra deemuu.
11. Sababa dhukkubaa tokko malee Halkan Fincaan, Namatti heddummaata, Halkan, Halkan Kaleen nama dhukkuba, garuu ganama gara Mana yaalaa Yeroo deemu dhukkubni tokko irratti hin mullatuu.
12. Afaan namaa yookaan Fuulla namaa Gara mirgaa yokan gara bitaatti jal'isa, Akkasumas
Fuulla namaa Daalacheessa Haalluu Gogaa Qaamaa Jijjiira,
Sababa tokko malee Qaama namaa humnaa ol Huqqisaa.
13. Dhukkubootaa fi dhukkubbii namatti fida, Sababa tokko malee Mudhii fi Dugda, lafee miillaa fi Harkaa keeysaa dhukkubbiin namatti dhagayama, nama dhukkubsa, faana miillaa fi Lafee jilbaa humnneeti qaamaa keeysaa nama guba, humna namaa Dadhabsiisa, Sababa tokko malee Akka nama hojii cimaa irraa ture Dadhabbiin itti dhaga'amaa, Ganama hirribaa ka'uu nama dadhabsiisa. Garuu Yeroo mana yaalaa deemee qoratame dhibeen hin Mul'atu! Yoo yaalames hin fayyu Ji'a Tokko yokan lama turee namatti deebi'aa.
14. Qobummaa Filachuu
Hariiroo dhabuu, Namootaa Wajjin hariiruu Uumuu dhiisuu fi
Sababa tokko malee Nama Waliin Dubbachuu Jibbuu fi kophummaa filachuu, maatii fi hiriyoota wajjin walii galuu fi dubbachuu jibbu, Yeroo Namaa Wajjin Duubate yokan walitti makame Sammuun isaa jeeqamuu fi Mataa Bowwuu itti Baayyataa.
Mallattoolee summiin budaa fi Sihiriin falfalli xinqolaan jaalala Maatii fi gaa'elaa miidhaa jiraachuu ittiin beekkamu:
Yoo wanti kun gaa'ila irratti hojjetame:
15. Abbaa manaa yokan haati manaa yokan Lamaan isaaniitu, gara siree yokan kutaa ciisichaa isaanii deemu jibbisiisa, mana ofiitti galuu fi Waliin dubbachuu akkasumas dubbii walii dhaggeeyfachuu jibbisiisaan!.
16. Haati manaa fi abbaan warraa Lamaan jiraa yeroo waliin ciisuuf jedhanu, Qaamni jaraa Humnaa Ol Ho'aa ni Dafqaa Miira Sodaa fi jeequmsatu Sammuu jaraa keessaa itti dhaga'amaa.
17. Mana ofii jibbisiisa:
Yeroo mana ofiitti galu Sammuun, ni Jeequma, sodaa fi miira gammachiisaa hin taanetu itti dhagayama, yeroo mana nama biraa deemu gammachuu itti dhaga'ama.
18. Sababa rakkoo fayyaa tokko malee Yeroo haadha warraa isaa wajjiin ciisuuf jedhu Qaamni saalaa isaa ol hin ka'u, Qaamni isaas ni dafqa, miira sodaa fi dadhabina cimtuu itti dhagayama.
19. Jaalala cimaa Namoota gidduu jiru Yeroo gabaabaa keessatti sababa hin beekamneen gara jibbaatti jijjiirama.Namoota kaleessa wal jaallattuu wajjiin sababa tokko malee wal si shakkisiisa.
20. Mana isaanii keessatti hirriibaa fi boqonnaa dhabu, Halkan yeroo hirriibaa Abjuun yokan manaamaan, Saree, waraabessa, Loonii fi Bofa yok jawwee, sodaachisu itti mul'ata.
21. Haati warraa fi Abbaan warraa kanaan dura baa'yee wal jaallattanu, ija walii keeysa ilaalu fi jecha nagaan waliin dubbachuu dadhabu waanuma Xiqqoof yokan waan hin beekamneef irra deddeebiin walitti mufatu ni Aarsaa wal jibbisiisa!.
Falfala, Sihirii, Namni Tokko Barnoota Barachuu Akka Dadhabuuf Sihiriin yoo itti hojjatame. Mallattoolee Armaan gadii isarratti Mullata.
21• Barataan kaleessa Barnoota jaallatuu fi Qabxii Ol'aanaa qabu sababa tokko malee Barnoota jibbuu fi dadhabaa deemuu.
22. Mana Barumsaa Deemuu Jibbuu fi Dadhabuu yeroo Mana Barnootaa Keessa Seenuu mataan dhukkubuu.
23• Waa Dagachuu Baayyisuu, Barnoota Sammuutti Qabachuu Dadhabuu.
24• yeroo Qormaataa Sababa hin Beekkamneen Gaggabuu, fi mataan bowwaafachuu.
25• Yeroo Waa'ee Barnoota Yaaduu fi yeroo Lafti dhihu Gara Galgalaa Rukuttaan Onnee itti Cimuu.
26• Xiyyeeffannoo dhabuu Kitaabota Dubbisuu Dadhabuu fi Jibbuu Yeroo Kitaaba Barnoota Dubbisu Sammuun isaa jeequmuu fi mataan bowwaafachuu.
27• Mooraa Mana Barnootaa Baqachuu, Yeroo daree Barnootaa seene Hirribatu, qaba sammuu isaatu jeeqama, miira Aarii,mufiitu itti dhaga'ama.
Mallattooleen Armaan Olitti ibsaman kunneen Mallattoolee fi miidhaa ijji Budaa yokan summiin ija namaa fi Sihiriin falfalli namatti fidanu ibasanu yoo ta'u,
Mallattoolee kunneen Sababni yokan Rakkoowwan fayyaa biroo hin qabdanu yoo ta'e, dhukkuba kanaan qabamu agarsiisa.
Dhukkuba Falfala yokan Sihirii kana
Qorichi balleessuu kan biqiltoota uumamaa irraa Oomishamanu hedduutu jiru.
Namoonni rakkoowwan kana qabanu, Qorichoota Aadaa Baala Uumamaa irraa Qophaa'an fayyadamanii, fayyaa isaanii Argachuu danda'u.
Yaala Dhibee kanaa "Wiirtuu Yaala Aadaa Keenya" irraa argachuu dandeessu. Namoonni qaamaan dhufuu hin dandeenye, bakka jiranitti yaala argachuu ni dandeessu.
Lakkoofsa Bilbilaa: +251909316243 , 0917535385,
+251928795750 fi +251909316243. Bilbila kallattii fi Karaa Ergaa barreeffamaan Ogeessoota qunnamuu dandeessu.
Barnootaa fi odeeffannoo, fayyaa bu'aa qabeessa ta'e Yeroo,yeroon argachuuf
Toora Facabook
Gidduu Gala Yaala fayyaa Qoricha Aadaa Oromiyaa
Follow gochuun nu Hordofaa