Sumeeraa Intala Oromoo

Sumeeraa Intala Oromoo Milkaa'inni karaa gabaabaan hin jiru Foundation

05/06/2026

Dhaloota ati dhadhaa yaadduuf dhagaa sitti darbata.

Inaaffaa kee dhugaa mullifachuurra sobaama fakkeessaa jiraachu wayya fakkaata.

Ofiis gara itti gorru wallaallee, ijoollee nu duubaa warra filannoo qaban, jireenyi kana malee waan hin jirre itti fakkeessinee, kufaatii ofii kufne akka isaanis kufanif haala mijeessuun keenya madaa luqqeettuuti.

Dhaloota ati waliin tattaafanna jettu lakki waliin Naafanna jedha.

Ijoollee waggaa 14 gadii Miliyoona 55 ol golaa qabna akka biyyaatti.

Golli kee ni dhimmisaa
Warra gamoof dilbii tuuleef dhimmita, falmitas

Kee Ooda Afrikaa 😓

Galgala Sa'a 3:00 irratti Qopheessummaa maree corner'tiin kara Tiktok Bel Academy wal argina.
TikTok keenya kunooti
Follow gochuun nu eegaa.

https://www.tiktok.com/?_r=1&_t=ZS-96og44r8jFX

Address

Adama

Telephone

+251927498656

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Sumeeraa Intala Oromoo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to Sumeeraa Intala Oromoo:

Share