Waa'ee Fayyaa

Waa'ee Fayyaa Health is Wealth ๐Ÿ‘จโ€๐Ÿ‘จโ€๐Ÿ‘ฆโ€๐Ÿ‘ฆ

12/09/2026



Labsii Lakkoofsa 1112//2019 kwt 67 (15)

Namni kamiyyuu beekamtii qaama aangoo qabuun ala
- Yaali fayyaa kan taasisee,
- Yaalii fayyaa kan hayyameen ala kan raawwate
-Qorichaa yaalumsaa oluu fi hayyama gabaa hin qabne beekamtii qama aangoo qabuun ala kan fayyadame, yookiin
-Akkaata seeran hayyamameen alatti namoonni akka yaalumsa irratti hirmaataniif kennaa maallaqaa yookiin gosaa yookiin kenna kammiiyyuu kan kenne yoo ta'e
Adabbii hidhaa waggaa 1(tokko) irraa hanga waggaa 10(kudhanii) fi adabbii maallaqaa qarshii 20,000(kuma digdamaa) irraa hanga qarshii100,000(kuma dhibbaa tokkootti) kan adabsiisuudha.

ยฉ Waajjira Abbaa Alangaa Aanaa Gurawaa

Waa'ee Fayyaa

Happy New Year ๐ŸŒŸ 2019๐ŸŒŸWaa'ee Fayyaa
11/09/2026

Happy New Year ๐ŸŒŸ 2019๐ŸŒŸ
Waa'ee Fayyaa

10/09/2026

Baga Bara Haaraa 2019 Geessan ๐Ÿ–ค
Waa'ee Fayyaa

Seektarrii fayyaa Gabrummaa Ammayyaa ta'e๐ŸฅฒGodinaa shawaa bahaa Aanaa Lumeetti ogeessonni fayyaa hojii cimaa hojjetaa jir...
10/09/2026

Seektarrii fayyaa Gabrummaa Ammayyaa ta'e๐Ÿฅฒ
Godinaa shawaa bahaa Aanaa Lumeetti ogeessonni fayyaa hojii cimaa hojjetaa jiru. Aanaan kun madaallii keessatti yeroo baayโ€™ee 1ffaa bahaa jira jedhama. Garuu 1ffaa bahuun lakkoofsa fi gabaasa qofa irratti hundaaโ€™uu hin qabu. ๐Ÿ˜
Kutaaleen fayyaa hundi sirnaan hojjechuu qabu. Fakkeenyaaf, triage keessatti ogeessi sirrii ramadamuu qaba; narsii ykn HO tajaajila sana kennuu dandaโ€™a.
Keessumaa halkan fi Sanbata, tajaajilli triage cufamuu osoo hin taane, duty irratti ogeessi gahaan jiraachuu qaba baajannii gahasn qabamuu qaba . Qajeelfama fi staffii irratti hundaaโ€™uun, narsiiwwan lama ykn isaa ol duty irratti ramadamuu qaban yoo taโ€™e, โ€œbaajata hin qabnuโ€ jechuun tajaajila cufuun furmaata miti.
garuu triage hanga pharmacyti kutaaleen dhukkubsataa ittiin darbu hundi akkuma barbaachisummaa isaaniitti ogeessa gahaa qabaachuu qabu.
Kanaaf gaaffin keenyaa ifa keenya: โ€œOgeessi narsii 2n bulu qabaโ€ jechuu qofa osoo hin taane, qajeelfama Biiroo Fayyaa Oromiyaa irratti hundaaโ€™uun, yeroo hunda kutaalee tajaajila barbaachisan keessatti ogeessi gahaan jiraachuu qaba.
Madaalliin โ€œ1ffaaโ€ jedhu gabaasa keessatti 1ffaa taโ€™uu qofa osoo hin taane, dhukkubsataan tajaajila qulqulluu, saffisaa fi nageenya qabu argachuu isaa irratti hundaaโ€™uu qaba. ๐Ÿ˜
Baajata qusachuun ni dandaโ€™ama; garuu baajata qusachuuf tajaajila dhukkubsataa cufuun qusannaa mitiโ€”rakkoo biraa uumuu dandaโ€™a. ๐Ÿฅฒ
Ogeessaa Doorsisun 1ffaa sin baasa taanan immoo jabaadha
/Inbox/

Waa'ee Fayyaa

Beeksisaa Hojii  Organization: Ethiopian Public Health Institute (EPHI)  #30 positions ๐Ÿ“ Location: Vary / Field-based๐Ÿ“† D...
10/09/2026

Beeksisaa Hojii

Organization: Ethiopian Public Health Institute (EPHI) #30 positions

๐Ÿ“ Location: Vary / Field-based
๐Ÿ“† Deadline: September 13, 2026

โ€‹๐Ÿ’ผ Open Positions
โ€‹1. Central Coordinator
โ€‹Required No.: 1
โ€‹Education: MSc/MPH in Health Officer studies, Nursing, Health Informatics, Laboratory Technology, Pharmacy, Environmental Health, Biostatistics, or related health field
โ€‹Experience: Minimum 6 years relevant experience
โ€‹Salary: 50,696 Birr / month

โ€‹2. Supervisors
โ€‹Required No.: 4
โ€‹Education: MSc/MPH in Health Officer studies, Nursing, Biostatistics, Laboratory Technology, Pharmacy, Environmental Health, Health Informatics, or related health field
โ€‹Experience: Minimum 4 years relevant experience
โ€‹Salary: 43,856 Birr / month

โ€‹3. Qualitative Data Collector
โ€‹Required No.: 14
โ€‹Education: BA or MSc/MPH in Anthropology, Sociology, or related health-related field
โ€‹Experience: 2 to 4 years relevant experience
โ€‹Salary: 37,278 Birr / month

โ€‹4. Quantitative Data Collector
โ€‹Required No.: 9
โ€‹Education: BSc or MSc/MPH in Medicine (MD), Health Informatics, Health Services Management (HSM), Health Officer studies, Health Economics, Public Health, Nursing, Midwifery, Laboratory Technology, Pharmacy, Environmental Health, or related field
โ€‹Experience: 2 to 4 years relevant experience
โ€‹Salary: 37,278 Birr / month

โ€‹5. Quantitative Data Collector (Health Economics)
โ€‹Required No.: 2
โ€‹Education: BSc or MSc/MPH in Economics, Health Economics, Health Informatics, Health Services Management (HSM), Health Officer studies, Public Health, Nursing, Midwifery, Laboratory Technology, Pharmacy, Environmental Health, or related field
โ€‹Experience: 2 to 4 years relevant experience
โ€‹Salary: 37,278 Birr / month

โ€‹๐Ÿ“ How to Apply
โ€‹Interested applicants must register and submit their applications online exclusively through ethiojobs.net.

โ€‹โš ๏ธ Remarks:
Please attach copies of your transcripts, academic degree, and work experience letters alongside your CV when applying.

 Nagaan siif Haa ta'u!! Waa'ee Hospitaala waliigalaa Gimbii kan jedhamu yeroo ammaa Hospitaala DAWIT Gobena tti jijjiram...
10/09/2026


Nagaan siif Haa ta'u!! Waa'ee Hospitaala waliigalaa Gimbii kan jedhamu yeroo ammaa Hospitaala DAWIT Gobena tti jijjiramee jiru irra deebisin isin hubachiisuuf jedheen!!! Hospitaalli Waliigala Gimbii bara 2018 keessa yeroo addaa addaa tajaajila hawaasaaf kennu fi kira sassabdummaa achi keessa jirutin wal qabatee post ta'ee turee Jira hanga BEFO ttis rakkoon Kun beekamee Ture garuu hanga har'aattii furmaata hin argatin Jira kanaaf ammas tarkaanfii xumuraaf rakkoon Kun akka furamuuf irra deebisin maxxansinee jirra! Rakkoo 1ffaa : Qorichi dhaabbata kana keessaa tasuma dhibuu fi namootni miseensa IFH ta'an baasii dachaaf saaxilamuu 2ffaa siree dhukkubsataan irra ciisuu fi uffata inni uffatee buluu namni ciisee fi namni nama ciise bira Ture ragaa haa ba'u 3ffaa : Hospitallichi waan dhimmisuuf dhukkubsataan taa'aa Bula 4ffaa: Yaa mana fincaanii Hospitaalichaa guutee irra dhangala'ee qulqulleessitootni harkaan haru 5ffaa: service hojjetootni ittiin deeman erga haaromfamee shufeera irraa qulqulleessuun ni dandaa'ama ! 6ffaa Ijaarsi addaa addaa baasii guddaan hospitala kana keessatti ijaaramaa turee Jira ammas ijaaramaa Jira fkn kutaa ICU dabalataa, Kutaa fayyaa walhormaata dargaggootaa, amma ijaaramaa kan jiru kutaa emergency OPD ti garuu projection Kun Caalbaasii tokko malee kan abbaa barbaadan waamamii itti Kennan kan jedhu waan ta'eef dhimmi Kun ariitiin qulqullaa'uu baatnaan rakkoon adda uumamuu mala sababni isaa projektiin tokko yeroo kennamu caalbaasiin ba'ee erga dorgomamee abbaan mo'ate hojiitti seena waan ta'eef 7ffaa: Hojjetaa Hospitaala kanaa hojiiwwan hospitaalicha keessatti hojjetaman kan akka ijaarsa xixiiqqaa, Qalama dibuu fi kkf hojjechaa jiraachuu eeruun waa n jiruuf hojjetaman mootummaa hojii itti ramadamee miindaan nyaatu utuu qabuu akkamitti durgoon ajajameefii hojii silaa hojii dhabaan imx dhaan ijaaramee hojjetee of jiraachisuu danda'u dhorkuun hojjetaa mana hojii sanaaf kennama ? share TU Jira waan jedhameef haa qulqullaa'u dhimmi Kun! 8ffaa: DAWIT Gobena namni jedhama ogeessa HIT diploma dha jedhan gaheen isaa garuu Hojii Hospitaala keessatti iddoo hundumaatyi waamama ,durgoon guyyaa soddoma guutuu barreeffamaaf ,atteendaansii hin mallatteessu, konkolaataa hospitaalli qabu hunda sa'a barbaade ajajatee ittiin dhiima dhuunfaa isaaf deeman oola even sa'a afur keessa naannoo Charuu durii dhabee hiriyaa kiyyaa irraa caatiin aabbaa giraamii bitata! arrittiin odiitiin akka geggeeffamu kanaaf uummatni Hospitala DAWIT Gobena jedhe9ffaa Yeroo darbe faayinaansiin Godinaa odiitii jalqabanii durgoon barreessuun rakkoon akka adda hin baane waan godhaniif Odiitiin BEFO irraa gara Hospitala kanaa atattamaan yoo hin dhufne hospitaalichi jigeera 10ffaa Hakimotni GP fi senior Hospitaalicha gad likkisanii jiru lakkisaas jiru egereen hawaasa kanaa yaaddessaa waan ta''eef furmaata waaraan barbaadan hawaasni naannoo kanaa ! Biiroon najjoo dhaqee nu bira hin dhufne nama qabna jedhanii dhaadachaa waan jiraniif Biiroon Hawaasaaf yaada moo aabbootii Aangoof kan jedhu kanumarri ilaalla . Horaa Bulaa

Waa'ee Fayyaa

Doktoroonni   hojiin itti baayyachuun kan   hojii dhaabuurra jiran   biyyattiitti makamuuf akeekkachiisanFinfinnee, Fulb...
09/09/2026

Doktoroonni hojiin itti baayyachuun kan hojii dhaabuurra jiran biyyattiitti makamuuf akeekkachiisan

Finfinnee, Fulbaana 09, 2026: Doktoroonni Keeniyaa Kibxata kaleessaa torban ja'affaa isaatti kan ceโ€™e mormii hojii dhaabuu Narsoota biyyattiitti dabalamuun nutis hojii dhaabna jechuun akeekkachiisaniiru.

Dooktaroonni kun ejjennoo isaanii kana kan ibsan dhiibbaa hojii sababa mormii hojii dhaabuu kanaan hospitaalota keessatti dabale dandamachuuf yeroo eeranitti.

Ogeeyyiin fayyaa keessumaa dhukkubsattoota yaalan Narsoonnii, waliigaltee dhimma mindaa fi faayidaa (collective bargaining agreement) bara 2017 mormii hojii dhaabuu ji'a ja'aa booda mallatteeffame akka hojiirra oolu gaafachaa jiru. Waliigalteen kun sababa mootummaan "hanqina baajataatiin kan kaโ€™e" hojiirra oolchuun hin danda'amne jedheen osoo hojiirra hin oolin tureera.

Barreessaa Olaanaan Yuuniyeenii Doktorootaa, Dr. Daavjii Bhiimjii Ateellaa Kibxata kaleessaa, doktoroonni ba'aa hojii ol'aanaadhan dhiibamaa kan jiraniidhaa fi "hojii ogeessota dhukkubsattoota itti siqeenyaan kunuunsuuntajaajilanii - Narsootaa hojjechuu hin danda'an." jedhan.

Hospitaalonni duraanuyyuu hanqina doktorootaan miidhamaa akka jiraniinii fi sirni eegumsa fayyaa hojii gamtaa kan gaafatu ta'uu ibsan.

"Sirni eegumsa fayyaa kan umrii keenya guutuu tajaajiluu irratti dabarsine yeroo caccabu callisnee hin ilaallu. Yeroo qaamni eegumsa fayyaa tokko miidhamu, hundi keenya ni miidhamna. Yeroo tokkummaan dhaabbannus, waliin dhukkubsattoota keenya eegna," jechuun maxxansa miidiyaa hawaasaa X (Twitter) irratti taasisaniin ibsan.

Kibxata kaleessaas, ogeessonni dhukkubsattoota itti siqeenyaan kunuunsuun tajaajilan - Narsoonni dhibbaan lakka'aman gara Waajjira Mana Maree Bulchiinsotaa - kan qaama bulchiinsota kutaalee bulchiinsaa (counties) 47 walitti fiduttiโ€”hiriira bahaniiru. Bulchitoonnii fi Komishiniin Mindaa fi Kafaltii (Salaries and Remuneration Commission) dhimma kaffaltii irratti mariโ€™achuu rra turan.

Dr. Ateellaan akka jedhanitti, yuuniyeeniin doktorootaa mootummaaf akka gaaffii ogeeyyii fayyaa kana hiikuuf guyyoota torba kennee jira. Dhimmoonni kun yoo hin hiikamne, doktoroonni murtee mormii hojii dhaabuu kan beeksisan ta'a jedhaniiran.

Hoogganaan Yuuniyeenii Ogeessota Fayaya Dhukkubsattoota itti siqeenyaan tajaajilanii - Narsootaa -, Seet Paanyaakoo, Dilbata akka jedhanitti, mootummaan yeroo baajata qopheessu eegumsa fayyaaf dursa kennuu dhiisuun, lammileen Keeniyaa hospitaala keessatti akka miidhaman godhaa jira. Waliigaltee bara 2017 hojiirra oolchuuf "baajata hin qabnu" sababni jedhu ogeessota tajaajila fayyaa dhiheessuuf carraaqan irratti jal'ina ta'uu ibsan.

Maddi Oduu- AS

Waa'ee Fayyaa

09/09/2026

Godina Wallaggaa lixaa aanaa noolee kaabaatti Daaricteera Buufata Fayyaa Ulaa baabuu Waliin ta'uun Ogeessota Aarsaa kanfalanii Duulaa Waldaa molee irratti hojjechaa turaniif kanfaltii dhowwatanii Daariteronnii namoota fedhii isaanii hojii kana hin hojjetin galchanii Birrii nyaachisan ergaa kana post nuuf godhii farra malaamaltummaa biraattis ni iyyannaa.

09/09/2026

๐†๐จ๐๐ข๐ง๐š๐š ๐๐š๐š๐ฅ๐ž๐ž ๐๐š๐ก๐š๐š ๐€๐š๐ง๐š๐š ๐†๐ข๐ง๐๐ก๐ข๐ข๐ซ๐ข๐ญ๐ญ๐ข
๐๐ฎ๐ฎ๐Ÿ๐š๐ญ๐š๐š๐ฅ๐ž๐ž ๐Ÿ๐š๐ฒ๐ฒ๐š๐š ๐’๐š๐๐๐ž๐ž๐ญ๐š๐ง๐ข๐Ÿ๐ฎ๐ฎ ๐ƒ๐ฎ๐ญ๐ฒ ๐‰๐ข'๐š๐š ๐…๐ฎ๐ฅ๐›๐š๐ง๐ง๐š๐š ๐›๐š๐ซ๐š 2018 ๐ข๐ซ๐ซ๐š๐š ๐ก๐š๐ง๐ ๐š๐š๐€๐ฆ๐ฆ๐š๐š๐ญ๐ญ๐ข ๐ก๐ข๐ง ๐ค๐š๐ง๐Ÿ๐š๐ฅ๐š๐ฆ๐ง๐ž๐ž๐Ÿ
๐€๐ฃ๐š๐š๐› !!!! ๐–๐š๐ ๐ ๐š๐š ๐ญ๐จ๐ค๐ค๐จ๐จ๐Ÿ ๐ƒ๐ฎ๐ญ๐ฒ ๐ฆ๐š๐š๐ฅ๐ž๐ž ๐ก๐จ๐ฃ๐ฃ๐š๐œ๐ก๐š๐š ๐ญ๐ฎ๐ซ๐ž๐ž

08/09/2026

Address

Addis Ababa

Telephone

+251938012472

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waa'ee Fayyaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category