Dr chala Getachew

Dr chala Getachew MD at Legatafo HC

08/08/2026

Muummichi miniisteera qiqqiili ol bilchaateera.dammaa irraa mi'aayeera.baaduu dha ol raggaa'eera af-gaaffii nama jechiisiisuu godhan.

02/08/2026

"Manni Murtii harree itti himaatan hin jiru " jedhe namtichi!

31/07/2026

The problem with the world is that the intelligent people are full of doubts, while the stupid ones are full of confidence.

Charles Bukowski.

28/07/2026

Namootni license haaromsuuf jeettanii CPD barbaaddan karaa keessan naa dubbisaa!

24/07/2026

Druggist muxannoo waggaa sadii qabu/qabdu ykn pharmacist muxannoo waggaa tokko qabu karaa telegramii Lakk 0921313968

Naa qunnaama.

Send a message to learn more

24/07/2026

Neither Muscle nor money will protect you forever!

Sharp mind might!

24/07/2026
22/07/2026

Naannoo Oromiyaatti Qabxiin Qormaata Naannoo Kutaa 8ffaa Bara 2018 Ifoome.
----------
BBO - Adoolessa 15/2018 Naannoo Oromiyaatti Qormaatni Naannoo Xumura Barnoota Sad. Giddu Galeessaa Kutaa 8ffaa Bara 2018 Waxabajjii 11 - 12/2018 Kennamee Ture Har'a Qabxiin Ibsameera.

Haaluma kanaan, qabxiin darbiinsaa 50%fi ol kan galmeessisan yoo ta'u , barattotni 50%fi ol galmeessisanis 86.4% ta'uun beekameera.

ilaallachuuf asii gadii banaa!

Liinkii :- oromia.ministry.et

:- "Check My Result" kan jedhu banaa!
dhumarratti, "Registration Number" jiedhu lakk. Admission keessan galchaa, Bakka" First Name" jedhu Maqaa keessan kan jalqabaa galchuun qabxii keessan ilaaluu ni dandeessu.

Address

Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dr chala Getachew posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to Dr chala Getachew:

Shortcuts

Share

Category