Dr Bulti Health Tips

Dr Bulti Health Tips http://www.youtube.com/
👆👆👆 Gorsa fayyaa karaa YouTube kiyyaa argachuuf hidhaa olii kanaan seenaa SUBSCRIBE godhaa, galatooma!🥰
(2)

03/06/2026

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Aymaan Ahmed Jamal, Mahammad Ibraahim, Firiiboonsaa Taakkalaa, Tamiru Degela, Oftanan Hiree, Marsi Mamo Kenea, Abebe Dame, Aliyyii Jamaal, Kadiir KA Xayyiib, Dåve Lïvē, Bona Negasa, Firikoot Garoma, Dhugaa Sabaa, Abaa Ubeydaa Ibraahim, Teka Zeneba, Kiyyaa Fiqir, Guta Bekele, Biftu Oro, Xayib Jimmaa, Miftahu Nasir, Jihad Xahaa, Bedasa Shibiru, Abeje Seyoum, Kiyya Kumsa, Abdulah Kabane, Saali Abarra, Jonii Mesfin, Zenumuse Iulesa, Rahmaa Ali, Waariyoo Bonayyaa, Shaban Dina Mahammad, Marta Tilahun Shuma, Boriifan Boriif, Libani Dubbaa, Hana Tamana, Mamud Kedir, Mootti Gam Libaan, Tujar Tofic, Tofik Musa, Araarsituu Lolee Yyee, Miil Alex Dhugaa, Ajiibu Kadir, Zaakir Idiriis, Fedhii Tasfyee, Kabeto Roba, Milkiin Naaftanaan, W Firomsa Chalchisa, Nuuraa Ibroo, Jitu Miresa, Mawardii Jibril

  ykn madaa'uu mar'immaanii (Peptic ulcer disease)maali? ☆☆☆☆☆Dhukkubni garaachaa, madaa'uu garaachaafi kutaa mar'ummaan...
02/06/2026

ykn madaa'uu mar'immaanii (Peptic ulcer disease)maali?
☆☆☆☆☆
Dhukkubni garaachaa, madaa'uu garaachaafi kutaa mar'ummaan keenyaa gara olii yeroo ta'u, biyyoota guddachaa jiran keessatti haalaan dabalaa jira.
Madaa'uun mar'immaanii kun, yoo yaalaafi of eeggannoo gaariin godhameef, torbee 6 hanga 8 gidduutti fayyuun ni danda'ama.

👉Dhukkuba garaachaa ykn madaa'uu mar'immaanii kana maaltu fida?

1) Baakteriyaa H.pylori jedhamu.
2) Qorichoota NSAIDS jedhaman, isaan gurguddoodha.

👉Mallattoon dhukkuba garaachaa maali?

📌 Dhukkubbii gubaa garaa gara olii
📌 Gosa isaarratti hundaa'uun, nyaata erga nyaannee dhukkubbiin hammaachuu ykn itti wayyaa'uu danda'a.
📌 Miira nyaanni bullaa'uu diduu namatti dhaga'amuu
📌 Fedhiin nyaataa hir'isuu
📌 Akka waan haqqisiisuu ykn haqqisaa illee qabaachuu ni danda'a.
📌 Deeffachiisuufi yeroo garaan duwwaa ta'utti ykn yeroo beelaatti dhukkubbiin hammaachuufi kkf. ta'uu danda'a.

👉Namni dhukkuba garaachaa qabu tokko maal gochuu qaba?

📌 Nyaata mi'eessituun itti baay'ateefi foon diimaa xiqqeessuu qabu.
📌 Nyaata altokkotti baay'isanii nyaachuurra, xixiqqeessanii deddeebi'anii nyaachuun gaariidha.
📌 Sigaaraa xuuxuu dhiisuu, buna, alkoolii, dhugaatii lallaafaafi nyaata asiidiin badhaadhan hir'isuu.
📌 Aarii ykn of dhiphisuu dhiisuu.
📌 Yoo rafuuf jedhan sa'aa 2-3f nyaata nyaachuu dhiisuu.
📌 Guyyaa guyyaan ispoortii hojjechuu
📌 Qorichoota ogeessaan ajajaman haalaan fayyadamuu.
📌 Nyaata tasgabbaa'anii sirriitti bulleessanii nyaachuu.
📌 Dhukkuboota dhukkubbii hir'isan baay'isanii fayyadamuu dhiisuufi nyaata akka daabboo,paastaa, mokorooniifi kkf.hir'isuu.

👉Yaala dhukkuba garaachaa(Drug treatment);

📌Qorichoota antiacids jedhaman.
📌Baakteeriyaa H.pylori jedhamu barbaadeessuu(H.pylori eradication triple therapy).

👉Rakkoolee walxaxaa dhukkuba garaachaan dhufan maal fa'i?

📌Dhiiguu garaachaa ykn kutaa mar'immaan gara olii(UGIB)
📌Urachuu ykn manca'uu mar'immaani(perforation)
📌Cufamuu qaawwaa garaachaa(GOO)
📌Kaanserii garaachaafaa ta'uu danda'a.
🙏Fayyaa nutti hin waakkatiin🙏
☆☆☆☆☆
© Dr. Bulti Likisa Muleta, 2026

& 🙏
👇👇👇
Dr Bulti Health Tips

Sh*ttoo ykn doodiraantii gaafa dibattan morma ykn gogaa qaama keessaniitti hin dibatiinaa!Sababnisaas, yeroo gogaa keeny...
30/05/2026

Sh*ttoo ykn doodiraantii gaafa dibattan morma ykn gogaa qaama keessaniitti hin dibatiinaa!

Sababnisaas, yeroo gogaa keenyatti dibnu ykn buufnu; keemikaalonni sh*ttoo ykn doodiraantii sana keessatti argaman alarjii gogaa akkasumas; gara dhiigaatti xuuxamuun rakkoo adda addaa geessisuu danda'a!

Kanaaf, Sh*ttoo ykn doodiraantii uffata keessanitti dibaa malee gogaatti of hin dibiinaa!

Dr Bulti Health Tips

YouTube keenya waan Subscribe gochaa jirtaniif galatoomaa! Ammallee ittuma fufaan affeerraa kooti!
27/05/2026

YouTube keenya waan Subscribe gochaa jirtaniif galatoomaa! Ammallee ittuma fufaan affeerraa kooti!

Enjoy the videos and music you love, upload original content, and share it all with friends, family, and the world on YouTube.

27/05/2026

For all Muslim followers,
May this Eid bring joy to your heart, peace to your home, and success to your life. Eid Mubarak!

Karaa   gorsa waa'ee fayyaa gaggabaaboo ta'an argachuuf link gadiin seenaa,   godhaa🙏 Coming soon 👌👇👇👇https://www.youtub...
24/05/2026

Karaa gorsa waa'ee fayyaa gaggabaaboo ta'an argachuuf link gadiin seenaa, godhaa🙏
Coming soon 👌
👇👇👇
https://www.youtube.com/

Akka dhaabbanni fayyaa Addunyaa jedhutti dhukkubni   guyyaatti hanga namoota 5000 ajjeesa jedha.Namoota dhukkuba dhiibba...
20/05/2026

Akka dhaabbanni fayyaa Addunyaa jedhutti dhukkubni guyyaatti hanga namoota 5000 ajjeesa jedha.

Namoota dhukkuba dhiibbaa dhiigaa qaban irratti mallattoon mul'achuu dhiisuu danda'a.

Namni tokko dhukkuba dhiibbaa dhiigaa qabachuusaa beekuu kan danda'u dhiibbaa dhiigaa isaa ogeessaan ilaalamuu qofaani.
👉Dr Bulti Health Tips
Bulti Likisa Muleta

Soorata guyyaa guyyaan soorannu keessatti soogidda baay'isanii nyaachuun dhibee dhiibbaa dhiigaa fi dhukkuba onneef nama...
17/05/2026

Soorata guyyaa guyyaan soorannu keessatti soogidda baay'isanii nyaachuun dhibee dhiibbaa dhiigaa fi dhukkuba onneef nama saaxiluu danda'a.
Kanaaf, soogidda nyaata keessaa hir'isuun maloota hunda caalaa salphaa ta'an keessaa isa tokkodha.
Dr Bulti Health Tips

09/05/2026

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Nizaamuu Saadoo Abbaa Wadaajoo, Anuwar Sutuma, Ibsaa Jèmāĺ Îɓn, Firansibekan Ibro Yesuf, Hika Manche, Hamza Abdalla Aliyii, Gadisa Tolasa Mosisa, Asmee Asmera Tola, Abeal Maliyon, Gammachiis Deesisaa Rajee, Guyo Roba, Ababaye Amanu, Amad Qadiro, Amanuel Sanyii Gemeda Koroso, Yohanes Melaku, Adaam Haruun, Fikiru Birihanu, Obsaa Husseen Aliyyii, Mar Nan, Anwaar Qamar, Latera Rundasa, Abbaa Gumii Kiyyaa, Dhugomsa Abdella Musa, Obs Gerbesa, Arsii Zuwaayii, Abdii Shemsudin, Lami Waktola, Bedelle Lijii, Aye Ilma Bati Guye, Lensa Usmail, Jaal Morkaa Leencaa, Chala Teferi, Kedir Geletu, Abdi Tadesse, Fayera Negasa, Bilali Abee, Bayaan Abdulkaader, Guuto Abduqadir, Fayera Dabalo, Shemshedin Mohammed, Ībšàã Ýùûśůf, Caala Hussen, Teyo Danbob, KE Beeki Kebeeki, Huseen Xunee, Saaruka Mucaa Siggimo Lijj, Roba Garbicha, Abdi Lemi, Debora Fikadu, Tolawaaq Ittaanaa

02/05/2026

YEROO HUNDUMAA yaadadhu:

*Akka wanti kaleessa darbe deddeebi'ee sin jeeqneef, waa'ee isa darbee hin dhiphatiin☺️
*Namni waa'eekoo maal jedha jettee hin yaadda'iin🤷‍♀
*Gammachuukeef shoora olaanaa kan taphatu suma mataakee qofaadha😅
*Yeroon kan hin jijjiirre waan hin jirreef, yeroo itti kenni⌚️
Baay'istee hin yaadiin💭 ... waan hunda beekuun dirqama miti🙏
*Fuula ifaa qabaadhu☺... rakkinni Addunyaa kanarraa hundi kankee miti🤷‍♀️
Dr Bulti Health Tips
Bulti Likisa Muleta

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dr Bulti Health Tips posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to Dr Bulti Health Tips:

Share

Category