13/05/2026
oduu gammachiisaa wirtuun barattoota islaamaa odaa bultum majlisani imaamu Al ,asharii majlisni sheekota carcar she haaji ahmadnaasir kaarra ganda waleenbotti guyyaa boruu guyyaa kamisaa barattoota isaa Kan Wagga dheeraf barsiisaa ture maaddaa (halqaa )bukaarii waan ebbisuuf deemuf akka nurraa hin hafneen affeerra teenya
majlisichatti marsaan (tartiibni ) ebbifamtoota bukaarii ega majlisa kanatti shekonni keenyaa barsiisuu Eegalanirraa marsaa 88ffaadha !! allaahu akbar allaahu akbar
hawaasni biyyaa xiqqaafi guddaan hundi akka nurraa hin Hafne dhuftanii akka qooda irraa fudhattan maqaa rabbiitin isin gaafanna