CHIRO Health Center

CHIRO Health Center Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from CHIRO Health Center, Medical and health, Chiro, Asebe Teferi.

07/12/2025
07/12/2025

FAYIDAA_SHUNBURAA!
==================
Bishaan shunburaa qabeenya dhokataa harka keenya jiru kana meeqan keessantu beeka?

•Bishaan shunburaa irraa argamu qabeenya baayyee qaalii dhokataa ta’ee akka harka keenya jiru beekuu qabdu.

• Dhugaatii ajaa'ibaa kanaaf faayidaa ciccimaa 10 namni hunduu beekuu qabu:

1️⃣ Madaa fayyisuu fi seelii gogaa miidhame haaromsuu danda'a .
2️⃣ Madaala sukkaara qaama keenya keessa jiruu nitoyata .
3️⃣ Garaa duwwaatti yoo dhugame garaacha summii irraa qulqulleessa .
4️⃣ Sirna ittisa qaamaa cimsuun qaama dhukkuba irraa ni eega .
5️⃣ Dhukkubbii kalee hir'isuun qulqulleessuuf gargaara .
6️⃣ rheumatism hir'isuu fi dugda nama dhukkubuuf gumaacha qaba .
7️⃣ Fayyaa dhiiraa fooyyessee lakkoofsa isparmii guddisa .
8️⃣ Rakkoo dhala dhabuu yaaluuf gargaara .
9️⃣ Gogaa gammachiisaa fi caalaatti haaraa fi socho'aa taasisa .
🔟 Mallattoolee dulloomuu mul'atuu fi dulloomuu yeroo malee ittisuu danda'a .

Hub:Shunburaan bishaanitti naqamee bulfamee bishaan isaa dhugama.

● Bu'aan/Faayidaa isaa tilmaama namaarraa kan fagaatuudha dhugaa namatti hin fakkaatu gaafa fayyadamtee agarte hubatta.

Address

Chiro
Asebe Teferi

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when CHIRO Health Center posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share