Dr Tesfa Bkl

Dr Tesfa Bkl Discuss surgical case and find solution

Finally......
28/04/2026

Finally......

APENDISITISII (Dhukkuba apendiksii)Apendiksii maal dha?Apendiksii qaama xixiqqaa garaa keessa jiru dha. Inni garaa jala ...
21/02/2026

APENDISITISII (Dhukkuba apendiksii)
Apendiksii maal dha?
Apendiksii qaama xixiqqaa garaa keessa jiru dha. Inni garaa jala mirgaa irratti argama. Hojiin isaa guddaan hin beekamne.
Apendisitisii maal jechuudha?
Apendisitisii jechuun yeroo apendiksii dhiphatee fi dhukkuba uumu dha. Dhukkubni kun hatattamaa dha.
Mallattoolee isaa maal fa’i?
Dhukkuba garaa jalqaba garaa giddugaleessaatti, booda garaa jala mirgaatti deema
Garaa tuqnaan dhukkubuu
Nyaata jibbu
Balaqamsisu barbadu
Ho’a qaamaa ol ka’uu
Maaliif balaa qaba?
Yoo yaalii hin argatin:
Apendiksii dhohachuu danda’a
Dhukkuba garaa guutuu (infeekshinii cimaa) fiduu danda’a
Balaa guddaa fi du’aaf nama saaxila
Yaaliin isaa maal dha?
Yaaliin inni guddaan qallii apendiksii baasuu dha
Yeroo tokko tokko qoricha infekshinii dhoorku ni kennama
Yoom gara hospitaalaatti deemuu qabna?
👉 Dhukkuba garaa cimaa fi itti fufaa yoo qabaatte, saffisaan gara hospitaalaatti deemi!!!

17/12/2025

Cholelithiasis (Gallstones)
The presence of solid concretions(stones) in the gallbladder.

Key Points:

· Formation: Caused by an imbalance in bile components (cholesterol, bile salts, bilirubin).
· Types: Cholesterol stones (most common, ~80%) or pigment stones (bilirubin).
· Symptoms: Often asymptomatic ("silent stones"). Symptomatic stones cause biliary colic—sudden, intense right upper quadrant or epigastric pain, often after a fatty meal.
· Complications: Cholecystitis (gallbladder inflammation), choledocholithiasis (stones in bile duct), pancreatitis, cholangitis.
· Risk Factors: Female, Forty, Fertile, Fat (obesity), Fair (ethnicity); rapid weight loss; family history.
· Diagnosis: Abdominal ultrasound (first-line, >95% sensitive).
· Treatment:
· Asymptomatic: Usually none ("wait and watch").
· Symptomatic: Laparoscopic cholecystectomy (surgical removal of the gallbladder) is the definitive cure. Medications to dissolve stones are rarely used.

In short: Gallstones are common, often silent, but can cause severe pain and complications, typically treated with surgery if symptomatic.

05/04/2025

White Gown, Empty pockets.
We have been saving lives, now we have to save ours.

It's reality, This is Not politics.
All health professionals are suffering.
We don't deserve this much ignorance.

Yes, እርካታ won't pay house rent, children school fees, transport, and can't feed.

07/01/2025

Merry Christmas!!!!!!!

09/01/2022

Indt nachu? Kateninet gar tayayizo silamn mawok yifaliglu? Inbox argulign.....wa'ee fayyaa kessani maal baru barbadan? Naaf barressa ,galatoma!!!

Address

Bek'oji
1994

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dr Tesfa Bkl posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to Dr Tesfa Bkl:

Shortcuts

Share

Category