Daycare Health

Daycare Health This page is always the learners!!!

24/07/2026

Celebrating my 4th year on Facebook. Thank you for your continuing support. I could never have made it without you. 🙏🤗🎉

ㅤㅤ"Anaa hiyyoomee kufe na arganiiti namoonni baayyeen jabaadhu keessaa baataa jadhanii dhaamsa naaf dhaaman, isaanuma ji...
17/07/2026



"Anaa hiyyoomee kufe na arganiiti namoonni baayyeen jabaadhu keessaa baataa jadhanii dhaamsa naaf dhaaman, isaanuma jidduudha tokko immoo nyaata naaf laate. Erga yeroon dheeraan darbee booda dhaamsa san mara dagadheen garuu gurbaa nyaata naaf laate san dagachuu dadhabe" jadhe. Tokko!

Humna gochi argisiisuu !

Non steroidal anti inflammatory drugs? NSAID kuni dawaalee gastric irritatation fiduudhaan beekkamaniidha. Kanaaf ajaja ...
15/07/2026

Non steroidal anti inflammatory drugs? NSAID kuni dawaalee gastric irritatation fiduudhaan beekkamaniidha. Kanaaf ajaja ogeessaatiin ala akkanumatti dhukkubbii xixiqqishoo hundaaf jecha fudhatuun gaarii miti.kanaaf irraa of qusadhaan dhamsa daycarti
Galatoomaa isiniin jaaladha!!

10/07/2026

Which is the most effective for burns?
Ringer lactate
Normal saline?

10/07/2026
Gaw godhi si fayyaddii
09/07/2026

Gaw godhi si fayyaddii

08/07/2026

What is thiazide group?

03/07/2026

Awoo akkami sa?
Fayyaa nun dhoorgin jedha daycare keechan!
Normal tahuun bareedaadha! Noormal nu haa godhu jedha!

03/07/2026

What is cor pulmonale?

Address

Deder
Harar

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Daycare Health posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share