Dr.Jemal Musa

Dr.Jemal Musa توكل على الله وسعى للتميز. كن صامدًا خلال التحديات، وعبّر دائمًا عن الامتنان لبركاتك.

19/08/2025
Dhukkuboota dhungii (kissing) irraan namaa namatti darbuu danda'an keessaa!1. Dhukkuba fanxoo (syphilis), kan baakterriy...
26/06/2025

Dhukkuboota dhungii (kissing) irraan namaa namatti darbuu danda'an keessaa!

1. Dhukkuba fanxoo (syphilis), kan baakterriyaan dhufuu fi qaama madeessuu irraa haga sammuu hubuutti ga'uu danda'u.

2. Vayirasii herpes simplex kan naannoo hidhii madeessuun beekamu.

3. Dhukkuba infiluweenzaa, kan sirna hargansuu hubu.

4. Dhukkuba koroonaa vaayirasii.

5. Vayirasii Epstein Barr Virus jedhamu kan kan Infectious mononucleosis nama qabsiisu.

Hub: kun namoota hidhiin isaanii fayyaa ta'eef yoo ta'u, namoonni hidhiin isaanii madaa (sore or ulcer) qabu ammoo dhukkuboota biroo hedduuf saaxilamu!!

Fayyaan Faaya!!
Dr. Gurmeessaa H.

Address

Harar

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dr.Jemal Musa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to Dr.Jemal Musa:

Shortcuts

Share

Category