Dr Obsaa Hassan

Dr Obsaa Hassan Waan beeynu wal barsiisna Uummata qashtii 😍
ሡለ αŒ€αŠ“α‹Ž αˆ˜α‹ˆα‹«α‹¨α‰΅ αŠ₯αŠ•α‰½αˆ‹αˆˆαŠ•α’ αˆ›α‹ˆα‰… α‹¨αˆšαˆαˆαŒ‰α‰΅αŠ• αˆ›αŠ•αŠ›α‹αŠ•αˆ ነገር?

"Yaa rabbii galanii kee kuma kumaa...." Art Usmaayyoo muusaa abbaa koo jannata rabbin siif haa kennu😍 namuu numa deema a...
13/02/2023

"Yaa rabbii galanii kee kuma kumaa...."
Art Usmaayyoo muusaa abbaa koo jannata rabbin siif haa kennu😍 namuu numa deema ayy duniyaa

DhugaadhaπŸ™
01/02/2023

DhugaadhaπŸ™

"Dhaabbileen amataa dhimmoota gurguddoo 3 of keessaa qulqulleessinaan rakkooleen hunduu ni furamu. Isaanis:
1. Siyaasa
2. Hanna
3. Sanyummaa

Kaayyoon dhaabbilee amantaa namooni fedhiif fooniif akka bitamaniif osoo hin taane addunyaa boruutiif qopheessuudha. Siyaasni, hannii fi sanyummaan ammoo dhimma waqtaawoo fi kan kaayyoo dhaabbilee amantaa waliin hin adeemnedha. Kanaaf, dhaabbileen amantaa dhimmoota kana irraa bilisa ta'uudhaan nageenya mirkaneessuufi labsuu qabu." MM. Dr. Abiyyi Ahimad

Address

Hararge
Harar
2860

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dr Obsaa Hassan posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to Dr Obsaa Hassan:

Share

Category