Abas Ahmed

Website

Abas Ahmed "Huffisni fedhe dhufuu kaayyoo Koo irraa duubatti naan deebisu rabbii wajjiin "

18/11/2026

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Dani Diriba Itana, Sumeya Ahmed, Tadela Gizaw, Imaltaan Mulusawu, Rooba Tarree

🎉 ODUU GAMMACHIISAA – MAGAALAA HARARII FI NAANNOO ISHEETIIF! 🎉Carraan yaala fayyaa sadarkaa  addunyaati  siqu nuuf dhufe...
17/11/2026

🎉 ODUU GAMMACHIISAA – MAGAALAA HARARII FI NAANNOO ISHEETIIF! 🎉

Carraan yaala fayyaa sadarkaa addunyaati siqu nuuf dhufee jira!

Ogeeyyiin yaala fayyaa sadarkaa olaanaa qaban, Dooktooronni biyya Hindii Hospitaala sparsh irraa dhufan, Hospitaala Waliigalaa waliif keessatti tajaajila yaalaa addaa ni kennu.

Tajaajiloota argattan keessaa:

🔹 Yaala Baqaqsanii yaalu Sammuu fi Lafee Dugdaa (Neurosurgery & Spine Surgery)

🔹 Yaala Baqaqsanii yaalu Lafee, Buusaa Lafee fi Sirna Sochii Qaamaa (Orthopaedics & Joint Replacement)

🔹 Yaala Rakkoo Dhaloota fi Dhaluu Dhabuu Dhiiraa fi Dubartootaa (Infertility & IVF Services)

🔹 Yaala Baqaqsanii yaalu Onnee, Hidda Dhiigaa fi Qomaa (Cardiothoracic & Vascular Surgery)

👨‍⚕️ Ogeeyyii Yaalaa Keenya nuuf kennan:

🩺 DR. AKSHAY KUMAR SINGH

Cardiothoracic & Vascular Surgeon

🩺 DR. SHIVAKUMAR S. KUPANUR

Consultant Neurosurgeon & Spine Surgeon, Head of Neurosciences

🩺 DR. DEEPTHI BAWA

Senior Consultant – Gynaecologist, IVF Specialist, Laparoscopic & Cosmetic Surgeon

🩺 DR. ARUN M. SWAMY

Consultant Orthopaedics & Joint Replacement Surgeon

📅 Guyyaa Tajaajilaa: Sadaasa 14–19, 2019 E.C.

📢 Carraa addaa kana hin darbarsinaa! Fayyaa keessaniif xiyyeeffannoo kennaa; tajaajila yaalaa ogeeyyii muuxannoo qaban irraa argadhaa.

📍 Teessoo: Magaalaa Harar, Hospitaala Hiwot Fana fuulduratti.

📞 Bilbila: 0975 02 88 88 | 0975 02 33 33

🏥 HOSPITAALA WALIIGALAA WALIIF

Fayyaa Ta'aa!

Come ⏩
16/11/2026

Come ⏩

🎉 GOOD NEWS FOR HARAR AND SURROUNDING COMMUNITIES!
🌍 International Medical Specialists from Sparsh Hospital, India, are coming to provide specialized medical services at WALIIF GENERAL HOSPITAL!

🏥 SPECIALIZED MEDICAL SERVICES:
🔹 Neurosurgery & Spine Surgery
🔹 Cardiac & Vascular Surgery
🔹 Obstetrics & Gynaecology Surgery
🔹 Orthopaedic & Joint Replacement Surgery

👨‍⚕️ MEET OUR VISITING SPECIALISTS:
🩺 DR. AKSHAY KUMAR SINGH
Cardiothoracic & Vascular Surgeon

🩺 DR. SHIVAKUMAR S KUPANUR
Consultant Neurosurgeon & Spine Surgeon, Head of Neurosciences

🩺 DR. DEEPTHI BAWA
Senior Consultant – Gynaecologist, IVF Specialist, Laparoscopic & Cosmetic Surgeon

🩺 DR. ARUN M SWAMY
Consultant Orthopaedics & Joint Replacement Surgeon

📅 DATE: November 23–28, 2026
🔔 DON'T MISS THIS VALUABLE OPPORTUNITY!

📍 Harar City, in front of Hiwot Fana Hospital
📞 0975 02 88 88 | 0975 02 33 33

WALIIF GENERAL HOSPITAL
💙 We Care About Your Health!

🌅 WLIIF HEALTH SCIENCE AND BUSINESS COLLEGE ⏩    ⏩YOUR FUTURE BEGINS WITH THE DECISIONS YOU MAKE TODAY!🌅A new week bring...
01/11/2026

🌅 WLIIF HEALTH SCIENCE AND BUSINESS COLLEGE ⏩

⏩YOUR FUTURE BEGINS WITH THE DECISIONS YOU MAKE TODAY!🌅

A new week brings new opportunities to learn, grow, improve our skills, and move closer to our dreams. Remember, becoming a successful professional does not begin after graduation. It begins today through discipline, commitment, continuous learning, practical skills, and respect for others.

🎓 To our new students: Welcome to Waliif! You have taken an important step toward building your future. Believe in yourself, participate actively, and never allow temporary challenges to stop your progress.

📚 To our continuing students: Keep moving forward. Every lesson, practical session, examination, and challenge is preparing you for your future professional responsibilities.

🌍 To those planning to join our college: This is your opportunity to take the next step toward a brighter future! Registration is now open! We warmly invite all interested students to join Waliif Health Science and Business College. Visit our college, explore our programs, receive professional guidance, and register for your preferred field of study. Your journey toward a successful career starts here!

WALIIF HEALTH SCIENCE AND BUSINESS COLLEGE offers learning opportunities through:

✅ Health Science Programs
✅ Business Programs
✅ CPD Training
✅ Short-Term Training
✅ COC Training

🎓 DON'T JUST DREAM ABOUT YOUR FUTURE—TAKE ACTION TODAY!

Our commitment:

"We Produce Skilled Hands and Mind-Cultivated Generation!"

Dhaloota Ogummaa Harkaa fi Sammuufi Misoome ni Oomishna!

📍 Location: Harar City, in front of Hiwot Fana Hospital and Aretegna behind mosque

📞 For registration and further information:

0905 718 888

0975 023 333

🌟 JOIN WALIIF TODAY!

LEARN TODAY. BUILD YOUR SKILLS. TRANSFORM TOMORROW!

Your future starts with one decision. Make that decision today!

🎓💙💚 WALIIF HEALTH SCIENCE AND BUSINESS COLLEGE📢 GALMEEN BARATTOOTA BARA BARNOOTAA 2019 AMMALLEE BANAA DHA!🌟 BARUMSA HAAR...
24/10/2026

🎓💙💚 WALIIF HEALTH SCIENCE AND BUSINESS COLLEGE

📢 GALMEEN BARATTOOTA BARA BARNOOTAA 2019 AMMALLEE BANAA DHA!

🌟 BARUMSA HAARAA, CARAA HAARAA, MILKINA BORIITIIF!

Abjuu keessan dhugoomsuu, ogummaa haaraa horachuu, carraa hojii uumuu fi egeree keessan ijaaruu ni barbaadduu? Waliif Health Science and Business College filannoo keessaan taasifadhaa!

🔑 Barumsi furtuu milkaa’inaa ti! Waliif keessatti baruumsa ammayyaa, ogummaa qabatamaa fi dandeettii hojii keessatti isin barbaachisu horachuun gara milkaa’inaatti tarkaanfadhaa.

📚 SAGANTAALEE BARNOOTAA FI LEENJII KEENYA

🩺 1. Degree Programs
✅ Medical Laboratory Science
✅ Comprehensive Nursing
✅ Clinical Pharmacy
🏥 2. TVET Health Science Programs
✅ Comprehensive Nursing
✅ Midwifery
✅ Medical Laboratory Science
✅ Pharmacy Technician
✅ Radiography
✅ Biomedical Equipment Service
✅ Health Extension
✅ Health Information Administration
💼 3. TVET Business Programs
✅ Financial Accounting Management
✅ Accounting
✅ Marketing
✅ Purchasing
✅ Secretarial Science
✅ Hardware and Networking Servicing
🎓 4. Level V Program
✅ Anesthetic Nursing

🧑‍⚕️ 5. Continuing Professional Development (CPD)
✅ Infection Prevention and Patient Safety
✅ Antimicrobial Resistance Containment
✅ Laboratory Quality Management
✅ Family Planning

💻 6. Short-Term Training
✅ Afaan Oromoo, English, Harari fi Amaariffaa
✅ Basic Computer Skills
✅ Statistical Software
✅ Data Management Software
✅ Research Methodology
✅ Advanced Research Methodology
✅ PeachTree fi sagantaalee biroo

🌟 MAALIIF WALIIF FILATTU?

✔️ Barsiisota muuxannoo fi dandeettii qabaniitu barnoota fi leenji isiniif kenna.
✔️ Barumsa beekumsaa fi ogummaa qabatamaa irratti hundaa’e nu biraa argattu.
✔️ Shaakala qabatamaa fi dandeettii hojii guddisuf haala fi iddoo mijjataa qabna.
✔️ Laaboraatoorii fi kutaa shaakalaa barnootaaf mijatoo ta'an qabna.
✔️ Sagantaalee fayyaa fi daldalaa adda addaa baayyee qabna Akka filannoo keessaniitti argattu.
✔️ Deeggarsa barattootaa fi tajaajila barnootaa fooyya’aa ta'e nu biraa argattu.

🤝 MILKINA KEESSANIIF WAAN HUNDAAN ISIN CINAA JIRRA!

Milkaa’inni guddaan tarkaanfii tokkoon jalqaba. Har’a galmaawa, baradhaa, boru keessan bareecha, maatii keessanii fi hawaasa keessaniif jijjiirama fiidaa!

🌱 Baradhaa!
💡 Ogummaa horadhaa!
🚀 Of ijaaraa!
🌍 Hawaasa keessan tajaajilaa!

📣 CARAA KEESSAN HIN DABARSINAA! HAR’A FILANNOO KEESSAN MURTEESSA KOOTTAA GALMAAWA!

📍 Teessoo: Magaalaa Harar, fuuldura Hospitaala Hiwot Fana Fi Aretegna Masgiida duuba.
📞 Bilbila odeeffannoo dabalataaf:
☎️ 0905 718 888
☎️ 0975 023 333

💙💚 WALIIF HEALTH SCIENCE AND BUSINESS COLLEGE

🎯 Kaayyoo keenya:
“Dhaloota ogummaa harkaa fi sammuun misoome ni oomishna!”

🌟 WALIIF — Karaa barnootaa irraa gara milkaa’inaatti!

📢 GALMAA’AA, BARADHAA, OGUMMAA HORADHAA, EGEREE KEESSAN IJAARAA!

24/10/2026

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Leta Gedefa, Waa Akkan Hin Seene, Chala Kamal, Łëncho Hassen, Tajudin Adem, Dhugaasa Umar Ibnu Kahtm, Uzeeyfaa Rashaad, Kedir Oro Man, Nurani Abdureman, Abbu Ubeydaa, Lello Nasir, Mahadii Jamaal, Mohammed Umar Abu, Taajiiree Muussaa, Mame Berisa, Nuur AL Islam Page, Taatee Mohammed, Dachas Mammad, Koodee Motii, Mohammed Yusuf

Address

Harar

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abas Ahmed posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share