Dr Mahdii Badhaasoo Medium Clinic

Dr Mahdii Badhaasoo Medium Clinic Fayyaan cululleedha
Tan namaan birriftu!!

Productive Staff Meeting at Dr Mahdii Medium Clinic !!Today, after working hours, we held a productive and insightful st...
13/06/2026

Productive Staff Meeting at Dr Mahdii Medium Clinic !!

Today, after working hours, we held a productive and insightful staff meeting focused on improving patient care, strengthening teamwork, and planning for future growth. We discussed our achievements, identified areas for improvement, and renewed our commitment to providing quality healthcare services to our community.
Thank you to all team members for your dedication, valuable contributions, and continued hard work. Together, we are building a stronger clinic and a healthier community.

Tarkaanfii MilkiiBuufanni fayyaa bulchiinsa magaalaa Baabbilee seenaa hundeeyfama isaa keeysatti yeroo jalqabaatiif taja...
23/04/2026

Tarkaanfii Milkii

Buufanni fayyaa bulchiinsa magaalaa Baabbilee seenaa hundeeyfama isaa keeysatti yeroo jalqabaatiif tajaajila baqaqsanii yaaluu (Appendectomy) bifa milkaawaa teheen raawwatee jira.

Dhukkubsaataan jalqabaa kun halkan edaa naannoo sa'aatii afurii gara Kilinika jiddu-galeeysaa Dr Mahdii kan dhufe yoo tahu achitti ilaallee erga rakkoo isaa adda baafneen booda dhibdeen isaa akka operation barbaaddu itti himnee yaala operation duraa gooneefii gara buufata fayyaa ergine.

Gareen baqaqsanii yaaluu buufatichaas durumaanuu qophii guutuun waan eegaa turaanif hoggusumatti dalaganiifii dhukkubsaata, maatiifii nuus furan. Alhamdulillaah.

Ogeeysa baqaqsanii yaaluu keenya Abdunaasiiriin hangaafee, narsoota, anesthesia fii namoonni milkaahina yaala kanaatiif tumsitan cufti alla-magan tahaa.

Kutaan operation kun dafee akka hojii eegaluuf halkanii guyyaa qixa koriidaraa dhiibaa kan turan, Kantiibaan magaalaa nama galataati.

Kana booda haawwan ulfaa C/S barbaadan fii dhibdeen tasaa akka edaa tun mudatte cufti yaada obbaafattan. Baga gammaddan!!

Dr. Mahdii Clinic referred a patient in need of an appendectomy to our trusted partners at the health center — and they just successfully performed their first-ever appendectomy as a result.

We congratulate the entire surgical and medical team on this breakthrough achievement. This is what timely referral, collaboration, and putting patients first can accomplish.

Together, we're saving lives and raising the standard of care. 🙌

To the patient: Wishing you a speedy recovery.

Kilinika jiddu-galeeysa Dr Mahdii, Kilinika ummataa.
19/04/2026

Kilinika jiddu-galeeysa Dr Mahdii, Kilinika ummataa.

17/04/2025

Qabxiin dorgomtoota keenyaa ifoomee jira.

Akkaataa ulaagaa dorgommiitiin namoonni sadarkaa 1ffaa hanga 5ffaa bahaanii abbaa carraa tahan;

A. Muaz Abdellaa-1ffaa
B. Issa Mumed-2ffaa
C. Bakri Abdi-3ffaa
D. Æniir Møhammed-4ffaa
E. Olana Bedri-5ffaa

Congratulations!! Baga gammaddan!!Badhaasaan keeysan kara inbox nu qunnamuudhaan fudhachuu dandeeysu.

Fayyaan Cululleedha Tan namaan birriftu

Kilinika jiddu-galeeysaa Dr Mahdii

Baabbile

17/04/2025

Yeroon dorgommii xumuramee jira. Hanga sadarkaa dorggomtoota keenyaa baafnutti daqiiqaa muraasaaf obsaan nu eega.

Fayyaan Cululleedha Tan namaan birriftu!!

28/02/2025

Ramadan Mubarak

Address

Harar

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dr Mahdii Badhaasoo Medium Clinic posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category