Dhaloota Ida,amuu

Dhaloota Ida,amuu "Daandiin Keenya Ida,amu
Galmi Keenya Badhaadhina!"
Beekuun furmaata hundatti.

Ajandaalee Ijoo Marii BiyyaalessaaKomishiniin Marii Biyyaalessaa Itoophiyaa Ajandaalee Mariif Dhiyaatan 8 ifoomseera.Bu'...
26/06/2026

Ajandaalee Ijoo Marii Biyyaalessaa

Komishiniin Marii Biyyaalessaa Itoophiyaa Ajandaalee Mariif Dhiyaatan 8 ifoomseera.

Bu'uuruma kanaan;

1) Ijaarsa biyyaa

2) Haala caaseffamaa hojii mootumaa akkasumas sirna filannoo

3) Dhimma Magaalota Federaalaa (Finfinneefi Dirree Dhawaa)

4) Dhimma Amantaa

5) Ijaarsa dhaabbilee, olaantummaa seeraafi mirgoota namoomaa

6) Dhimmoota siyaasaafi dinagdee akkasumas qonnaan bultootaafi horsiise bultootaa

7) Malaammaltummaafi Bulchiinsa Gaarii

8) Ijaarsa Nageenyaa

Dhimmootni olitti tarreeffaman kunniin Adoolessa 08/2018 irraa eegaluun yaa'ii marii biyyaalessaa Itoophiyaatti kan irratti mari'ataman tahuun ibsameera.

Saajiin Na'iiman badhaasa   kaadhimamuun ishee ni yaadatama. Na'iimaan seenaa guddaa hojjette. Kanaaf badhaasni kun ishe...
15/05/2026

Saajiin Na'iiman badhaasa kaadhimamuun ishee ni yaadatama. Na'iimaan seenaa guddaa hojjette. Kanaaf badhaasni kun isheef mala namoonni jettan ammas sagalee keessan vote godhaafi. Liንk commentirra jiruun seenaa sagalee keessan kennaafi.
Share share godhaa🙏
Oolmaa gaarii qabaadhaa.🙏🙏🙏🙏
Garmaamu tola foon haadhakoo🙏

15/05/2026
29/03/2026

Address

Harar

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dhaloota Ida,amuu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to Dhaloota Ida,amuu:

Shortcuts

Share