Dr. Lencho Kawo

Dr. Lencho Kawo Medical Doctor and lecturer at Haramaya University

Don over do. Keep your limit . Too much of anything isnt good.🤗
02/04/2023

Don over do. Keep your limit . Too much of anything isnt good.🤗

Buna (Kuusaa Aadaa Keessaa )===========✍️"Akka bunaa urgaa'aa, akka dammaa mi'aawaa, dararaa."✍️"Bunaa fi nagaa mana kee...
21/02/2023

Buna (Kuusaa Aadaa Keessaa )
===========
✍️"Akka bunaa urgaa'aa, akka dammaa mi'aawaa, dararaa."

✍️"Bunaa fi nagaa mana keessaa hin dhabinaa. Yoo danfistanis of biraa na hin dhabinaa"

✍️"Bunaa fi nagaa hin dhabinaa.
Buna bituuf gabaa hin bahinaa.
Gooroo duubaa guurradhaa."

Dur abbootni keenna nama buna dhaabeef akkas jedhanii eebbisu ture. Dhalootni qubee kunis bartee kana silaa aadeffatee waan gaarii natti fakkaata.

Buna dhuguun faayya qaamaaf faayidaalee garagaraa akka qabu qorannoowwan hammayyaa hedduun ifoomsaa jiru. Haa tahu malee ammas namoonni dhukkuboota 'chronic' tahan kanneen akka Dhiibbaa Dhiigaa, Dadhabinna Onnee, Dhukkuba Sukkaaraa qabanii fi dubartiin ulfaa, yoo danda'ame buna dhuguu dhiisuu yookaa hamma isaa xiqqeessanii fudhachuutu gorfama.

©Dr. Lencho Kawo

You’ve always been there for me and my other siblings through thick and thin. There’s no one else like you and I’m bless...
17/02/2023

You’ve always been there for me and my other siblings through thick and thin. There’s no one else like you and I’m blessed to have you in my life. I love you to the moon and back, father.

Abbaa akka keetii Rabbi na haa taasisu🤲🤲

Jibicha boru kormaaTiysitee saayyaa beeka.Gurbaa boru qondaalaa Lammii guddisteetu beeka.Dr. Leencoo
22/01/2023

Jibicha boru kormaa
Tiysitee saayyaa beeka.

Gurbaa boru qondaalaa
Lammii guddisteetu beeka.

Dr. Leencoo

Address

Oromia
Harer

Telephone

+251909421286

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dr. Lencho Kawo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to Dr. Lencho Kawo:

Shortcuts

Share

Category