Tokkummaa Shaggar

Tokkummaa Shaggar Shaggar....(Smart City info...) namni kamiyyuu ofiisaatiif furmaatadha!!

Harraagessi yoo dhukubbiin itti dhaga'ame gara hoomaa Mixii deema.▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ Harraagessi Crow jedhamu dhukkubbiin yoo i...
07/02/2026

Harraagessi yoo dhukubbiin itti dhaga'ame gara hoomaa Mixii deema.
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬

▬ Harraagessi Crow jedhamu dhukkubbiin yoo itti dhagahame gara hoomaa mixiitti deemuun koola isaa baldhisa. Homaan muxii immoo diinni nutti dhufe jedhanii haleellaa irratti raawwatu.

▬ Kanas kan godhuuf sababa gahaa qaba. Mixiin yoo ciniintu qaama isaa keessa Formik Asiidiin ni seena. Asiidii kun immoo karaa uumamaatiin dhukkuba wal'aana. Formik Asiidii kanaan harraagessi kun dhukkubbota qaama isaa keessaa jiran Baakteeriyaafi Fangasii akkasumas Rammoolee ittiin dhabamsiisa.

▬ Yeroo tokko tokko dhiibbaan diinni kee sirraan gahu dawaa siif tahee baldhotti si baasa jechumaafi..

Tokkummaa Shaggar🧷

07/02/2026

Make your own future....

ODUU MUUDAMAA ...Hojiiwwan hojjetamaa jiran karaa galmoota gurguddoo qabanne dhugoomsuu nu dandeessisutti caalmaatti mil...
06/02/2026

ODUU MUUDAMAA ...
Hojiiwwan hojjetamaa jiran karaa galmoota gurguddoo qabanne dhugoomsuu nu dandeessisutti caalmaatti milkeessuuf hooggansa horachaa, cimsaa, baasaa deemuun barbaachisaa waan ta'eef Aanaalee fi Magaalaa armaan gadii irratti ramaddiin qindeessituu gaggeeffamee jira.

Haaluma Kanaan;-

Aanaa Gumbichuu
1. Aadde Faanosee Isheetuu= Itti Gaafatamtuu Waajjira Paartii Badhaadhinaa
2. Obbo Aabbush Arraage= Itti Aanaa Bulchaa fi I/G Waajjira Qonnaaf Lafaa
3. Obbo Kaasahuun Asfaw= Itti Gaafatamaa Damee Siyaasaa
4. Obbo Kamaal Kadiroo= Itti Gaafatamaa Damee Ijaarsaa

Aanaa Adaamaa
1. Obbo Darsuu Kafanii= Bulchaa Aanaa
2. Obbo Ashannaafii Daggafaa= Itti Gaafatamaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa
3. Obbo Mohaammad Abdoo= Itti Gaafatamaa Damee Siyaasaa
4. Obbo Masqalaa Addunyaa= Itti Gaafatamaa Damee Ijaarsaa

Aanaa Fantaallee
1. Obbo Abbaayinaa Urgee= Itti Gaafatamaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa
2. Obbo Hajjii Iyyii = Itti Gaafatamaa Damee Siyaasaa
3. Obbo Zawudee Xilahuun=Itti Gaafatamaa Damee Ijaarsaa

Aanaa Lumee
1. Obbo Seefaddiin Huseen = Itti Gaafatamaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa
2. Obbo Geetuu Siyyum= Itti Aanaa Bulchaa fi I/G Waajjira Qonnaaf Lafaa

Magaalaa Maqii
1. Obbo Mahmuud Bariisoo= Itti Aanaa Kantiibaa fi Itti Gaafatamaa Waajjira Daldalaa, CHU fi Investimantii
2. Aadde Sinqinash Araarsa= Itti Gaafatamtuu Damee Siyaasaa

Magaalaa Mataaharaa
1. Obbo Maaruu Getaachoo = Itti Aanaa Kantiibaa fi Itti Gaafatamaa Waajjira Daldalaa, CHU fi Investimantii
2. Obbo Waaqoo Daargee = Itti Gaafatamaa Damee Ijaarsaa

Aanaa Adaamii Tulluu Jiddoo Kombolchaa
1.Gammadoo Xeeffoo = Itti Aanaa Bulchaa fi I/G Waajjira Qonnaaf Lafaa

Dargaggoonni nageenyumma Filannoo eegsisuu irratti gahee isaanii yoom bahu qabu✅Filannooni Duratti✅Yeroo filannoon adeem...
05/02/2026

Dargaggoonni nageenyumma Filannoo eegsisuu irratti gahee isaanii yoom bahu qabu

✅Filannooni Duratti
✅Yeroo filannoon adeemsifamu
✅Filannooni booda.

 🇪🇹💪Siichi Raajii dhaga'uuf jirra!   Poolisiin Federaalaa Tajaajila Poolisii  -maleessa (Smart police station) Yakka itt...
04/02/2026

🇪🇹💪
Siichi Raajii dhaga'uuf jirra!
Poolisiin Federaalaa Tajaajila Poolisii -maleessa (Smart police station) Yakka ittisuuf tajaajilu Moosaajii((Citizen Engagement Application) hojiitti galchuuf qophii xumuruu ifoomsan
Tajaajilli akkanaa kun akka Afrikaatti isa jalqabaa yoo ta'u akka Addunyaatti 4ffaadha

Filannoo Biyyoolessaa Itiyoophiyaa Keessatti filataata'uuf ulaagaa barbaachisu1. Lammii Itiyoophiyaa ta'uu2. Umurii 18 f...
26/01/2026

Filannoo Biyyoolessaa Itiyoophiyaa Keessatti filataa
ta'uuf ulaagaa barbaachisu
1. Lammii Itiyoophiyaa ta'uu
2. Umurii 18 fi saniin oli ta'uu

Agarsiisa qilleensaa Leenca Gurraacha hirmaannaa humnoota qilleensaa biyyoota adda addaa - (suuraa irratti)Black Lion Ai...
24/01/2026

Agarsiisa qilleensaa Leenca Gurraacha hirmaannaa humnoota qilleensaa biyyoota adda addaa - (suuraa irratti)

Black Lion Air Show with participation of air forces of various countries - (in pictures)


qilleensaa itoophiyaa

  👉Obbo Qalbeessaa Toleeraa I/GWaajjira Paartii Badhaadhinaa Damee kutaa Magaalaa Buraayyuu,👉Obbo Balaay Raggaasaa I/G W...
19/01/2026


👉Obbo Qalbeessaa Toleeraa I/G
Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee kutaa Magaalaa Buraayyuu,
👉Obbo Balaay Raggaasaa I/G Waajjirra
Paartii Badhaadhinaa Damee kutaa Magaalaa Malkaa Noonnoo
👉Obbo Abaatee Asiraat Bulchaa kutaa Magaalaa Buraayyuu ta'uun muudamanii jiru.
Bara hojii gaarii isinif haa ta'uu.

Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon hoggantoota olaanoo mootummaa biroo w...
17/10/2025

Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon hoggantoota olaanoo mootummaa biroo waliin ta’uun Loojii Diinshoo ijaarsarra jiruufi naannawaa isaa akkasumas lafa margaa Geesee daawwatan.

Paarkiin gaarreen Baalee Finfinneerraa kallattii Kibba Bahaatti fageenya kiiloomeetira 400 irratti argamu kun bal’ina iskuweer kiiloomeetira 2000 qaba.

Paarkichi gaara Itiyoophiyaarraa olka’iinsaan sadarkaa 2ffaa irratti argamu dabalatee haala teessuma lafaa dinqisiisaa, bineensota bosonaa, bosona, lafa margaa fi mukkeen gosa garaagaraa qabaachuu isaan “ Paarkii tokko keessa addunyaa garaagaraa” jedhamee waamamuurra kan gahee dha.

 !Ministirri Muummee Doktar Abiyyi Ahmad, Onkoloolessa 4/2018 irraa eegaluun Obbo   Komishinara Komishinii Anniisaa Niwu...
14/10/2025

!

Ministirri Muummee Doktar Abiyyi Ahmad, Onkoloolessa 4/2018 irraa eegaluun Obbo Komishinara Komishinii Anniisaa Niwukilarii Itoophiyaa taasisuun mudaniiru

Addunyaa kana irratti Namoonni Beekkamoon akka Baarak Obaama Ronaldo Mesi fi KKF Yeroo Bu'aa bahii meeqa keessa Kaayyion...
09/09/2025

Addunyaa kana irratti Namoonni Beekkamoon akka Baarak Obaama Ronaldo Mesi fi KKF Yeroo Bu'aa bahii meeqa keessa Kaayyion isaanii galma gahan Gammachuu keessa Imimmaan Fuula isaanii irra osoo hin Yaadin Irraa dhangala'u agarta kuni "Tears of Joy" Imimmaan Gammachuu Ja'ameeti beekkama kanuma kan M. M Dr Abiy Ahmad Irraa dhangala'e Kan Dooman Garii Rakkootu Isa boochisaa jira ja'u magan Sitti magan.

Yaa Gubannoo dhaba fi Hinaaffaa Ilma namaa.

Address

Buraayyuu
Mekelle
622

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Tokkummaa Shaggar posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to Tokkummaa Shaggar:

Share