Dhaloota Haaraa Kristoosiif

Dhaloota Haaraa Kristoosiif Fuula kana kanin bane kaayyoo tokkoofidha Innis dhaloonni naannoo kiiramuurraa baratee iddoo garaagaraa jiru waliin mari'ate akka waa gumaachuufidha.

Akkuma beekamu, Aanaan Kiiramuu dhaloota baratanii iddoo garaa garaa keessa hojjetaa jiran qabdi. Kanaaf, humni baratee iddoo garaa garaa keessa jiru naannoo isaa yaadatee gumaacha irraa eegamu gumaachuun akka namaattis akka waaqaattis gaarii waan ta'eef, karaa wal-tajjii marii ani DHALOOTA HAARAA KRISTOOSIIF jedhee bane kanaan yaada qabdan mari'achuu dandeessan mijeessuufidha. Hundumti keenya gam

a dandeenyuun ga'ee keenya haa baanu jechaa waanti mari'atanii fi tokko ta'anii hojjetan humna xiqqoo fi Bu'aa guddaa qaba.

Address

Waknijiram6@gmail. Com
Nek'emte
395,NEKEMTE

Telephone

+251965229157

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dhaloota Haaraa Kristoosiif posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to Dhaloota Haaraa Kristoosiif:

Shortcuts

Share

Category