15/08/2023
Akka lixa Oromiyaatti Hospitaala dhuunfaa isa jalqaba kan ta’e Hospitaalli Abbaa Seenaa Magaala Naqamtee keessatti hundaa’ee erga tajaajila kennuu jalqabee Waggaa 1 Caalee jira.
Tajaajila Nuti kenninu
Tajaajila dhibee Tasaa
Tajaajila Wal’aansa dhibee keessoo
o Qorannoo fi yaalii dhibeee kale, Tiruu fi garaachaa
o Qorannoo fi yaalii dhibee onnee (elektrokaardiyoograafii/ECG,Ikookaargiyoograafii dabalatee)
o Yaalii fi hordoffii dhibee sukkaaraa
o Yaalii fi hordoffii dhibee dhiibbaa dhiigaa
o Yaalii dhibee narvii, buusaa fi maashaa
o Tajaajila dhibeewwan somba garaagaraa tajaajila wal’aansa daranyyoo somba dabalatee
o Tajaajila dhibeewwan daariqaa hunda (infectious diseases)
o Tajaajila qorannoo fi wal’aansa dhibee HIV/AIDS
Baqaqsanii Yaaluu gurguddaa
Baqaqsanii yaaluu xixiqqaa
Dhaqna qabaa dhiirootaa
Tajaajila wal’aansa dhibee lafee fi ribuu
Baqaqsanii yaaluu caba lafee fi buqqa’uu buusaa
Wal’aansa dhibee daa’immanii guutuu
Tajaajila wal’ansa Ulfaa fi gadammeessa
o Tajaajila hordoffii ulfa duraa fi Boodaa
o Da’umsa gadameessaa fi baqaqsanii yaaluu dhaan.
o Qorannoo fi yaalii dhibee dhala dhabuu
o Yaalii gadameessa hunda
o Tajaajila qusannoo maatii yeroo gabaabaa fi dheeraa kana malees
o Qorannoo fi yaalii kaansarii fiixee gadameessaa.
Tajaajila qorannoo saamuda paatoloojii –bopsy, FNAC.
Tajaajila physiotherapy guutuu
? Tajaajila laaboraatorii guutuu meeshaalee ammayyaatiin deeggaramee fi Tajaajila qorichaa /pharmacy / guutuun sa’atii 24/7 kan isiin tajaajiluu ta’uu keenya isiin hubachiisna
Teessoon keenya: Magaala Naqamtee ganda 02 karaa dargee geessu jalqaba irra.
Odeeffannoo dabalataaf : 0917845251/0944550075/0576605511