12/04/2022
💊Dukkaana Qorichaa Dooktar
Doctor Drug store.
Dukkaana Qorichaa Dooktar Qorichoota Braandii ta'aan kan biyyoota Germany (Jarmaanii),( india) Hindii (korea) kooriyaa (Turkey) Turkii fi biyyoota garaa garaa irraa dhufaniin Qorichoota yeroo isaanii eggatani qabatee yeroo dhiyootti hojii eegaluuf qophii hunda xumuree jira.
🎯iddoon argama keenyaa: 👉Magaalaa Naqamtee Naannoo ajiippii Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa fuula dura.
call us 📲0923014443
providing /distributing Brand Drugs for the community .