Vision Medium Clinic

Vision Medium Clinic Multi-speciality medical center offering the best quality healthcare at Nekemte city

24/08/2026

゚viralシ in children

Dear our esteemed family,freinds and loyal customers:Today we are proudly announcing that we have purchased and installe...
08/08/2026

Dear our esteemed family,freinds and loyal customers:
Today we are proudly announcing that we have purchased and installed latest version ULTRASOUND - CONSONA -N7 EXPERT WITH FOUR PROBES.

We also have installed latest DIGITAL X-RAY few months ago and received official liscence from National Radiation Authority.
Come and use the latest technology medical equipments with expert professionals.
Rejoice with us!

Kabajamtoota maatii,hiriyoota fi maamiltoota Kliniika Viizyinii maraaf :
Guyyaa har'aa ALTIRAASAAUDII AMMAYAA 'CONSONA N-7 EXPERTII ' bitinee gashinee hojiitti galchineerra
- Meeshaa RAAJII ammayaa DIGITAALII hojiitti galchineerra,eeyyama itti fudhaneerra. Ogeeyyii muuxannoo hedduu qabaniin meeshaallee ammayyaa'oo kanaan kottaa itti fayyadamaa.
Nuwaliin gammadaa!
🙏🙏🙏

31/07/2026

አድራሻችን ፦

ነቀምቴ ከተማ

� ከከተማው ዋና አዳራሽ ፊት ለፊት ወደ ካታንጋ በሚወስደው መንገድ 100 ሜትር ገባ ብለው።

� ከቅዱስ ሚካኤል ፎቶ ስቱዲዮ ፊት ለፊት፣ ወደ ካታንጋ በሚያመራው የኮብል ስቶን መንገድ ላይ።

� ስልክ፦ 0945742650/+251 57 660 4748

"ቅድሚያ የምንሰጠው ጤናዎ ነው!"

VISION MEDIUM CLINIC

30/07/2026

Kaansarii Fiixee Gadameessaa (Cervical Cancer) ‎Kaansariin Fiixee/Ulaa Gadameessaa  akkuma kaansariiwwan qaamota biroo k...
27/07/2026

Kaansarii Fiixee Gadameessaa (Cervical Cancer)
‎Kaansariin Fiixee/Ulaa Gadameessaa akkuma kaansariiwwan qaamota biroo ka ummamu, baay’achuu (walhoruu) seelotaa too’annaa qaaman alaa irraayi. Ka'umsi kaansarii Ulaa Gadameessaa vaayirasii "Human papilloma virus " jedhamuunidha.

‎📌Haalonni Carraa Kaansarii Ulaa Gadameessaan qabamuu dabalan: -
✓Umrii waggaa 16 dura walqunnamtii saalaa raawwachuu
‎ ✓Nama hedduu waliin walqunnamtii saalaa raawwachuu
‎✓Tamboo Xuuxuu
‎✓ Dandeettiin dhukkuba ofirraa ittisuu/madiinummaa qaamaa gadi bu'uu
✓Yeroo yerootti qorannoo fayyaa taasisuu dhabuu

‎📌Mallattoolee Kaansarii Ulaa Gadameessaa
‎👉 Dhangala'aan baramaa hin taane qaama saalaa keessaa yaa’uu
‎ 👉Walqunnamtii saalaa booda qaamni saalaa dhiiguu
👉 Dhukkubbii yeroo walqunnamtii saalaa duraan hin jirre namatti dhagaa’amuu
‎ 👉Marsaan laguu osoo hin dhufiin (yeroo malee) gidduutti dhiiguu, marsaan laguu sababa umuriin erga dhaabbatee booda qaamni saalaa deebi’ee dhiiguu
‎👉 Dhukkubbii garaa gara gadii mallattoowwan armaan olii kana waliin wal qabatee dhufu

‎📌Maloota Ittisa Kaansarii Ulaa Gadameessaa
‎*Walqunnaamtii saalaa namoota hedduu waliin raawwachuu irraa of qusachuu
‎*Talaalli HPV (Human Papilloma Virus) talaalamuu
‎*Qorannoo dhukkuba duraa (screening) yeroo yerootti taasisuu
‎* Tamboo xuuxuu dhiisuu
‎*Dhukkuboota biraa akka HIV/AIDS kan maadiinummaa qaamaa hir'isan yoo qabaatan qoricha sirriitti fudhachuu.

TEESSOON KEENYA:-

MAGAALAA NAQAMTEE

# Galma guddaa magaalaa fuulduraan karaa kataangaa geessu irra meetira 100 seenee

# Mana footoo Qiddus mikaa'el fuulduraan daandii koobil istoonii gara kataangaa geessurra

Lak bilbila..0945742650/+251576604748

"YOUR HEALTH,OUR PRIORITY !"

VISION MEDIUM CLINIC

24/07/2026

20/07/2026
TEESSOON KEENYA:-MAGAALAA NAQAMTEE  # Galma guddaa magaalaa fuulduraan karaa kataangaa geessu irra meetira 100 seenee # ...
17/07/2026

TEESSOON KEENYA:-

MAGAALAA NAQAMTEE

# Galma guddaa magaalaa fuulduraan karaa kataangaa geessu irra meetira 100 seenee

# Mana footoo Qiddus mikaa'el fuulduraan daandii koobil istoonii gara kataangaa geessurra

Lak bilbila..+251576604748

"YOUR HEALTH,OUR PRIORITY !"

VISION MEDIUM CLINIC

10/07/2026

Sababoota Funuunaa (Epitaxis) daa’imman irratti

Funuunni daa’imman irratti yeroo baayyee kan mul’atudha. Innis sababoota adda addaatiin kan dhufanidha. Isaanis:-

1. Qilleensa goggogaa:- goguu fi madaa’uu funyaan keessaa fida
2. Funyaan keessa qubaan tuttuquu:- hidda dhiigaa salphaatti miidhamantu jira. .
3. Yeroo furrii ykn waan funyaan keessa jiru baasuuf jedhannitti humnaan taasisuu
4. Miidhamuu funyaan sababa rukutamuun
5. Alarjii fi infeekshinii funyaanii: Infeekshinii, kulkulfannaa fi dhiita funyaan keessaa (nasal Polyp) fa’a.
6. Qaamota halagaa (Meeshaalee) funyaan keessa yoo seenan
7. Qorichooa muraasa
8. Rakkoo fayyaan wal qabatee:- rakkoo itituu dhiigaan wal qabatan, dhiibbaa dhiigaa, dhukkuba onnee, fi kaansarii fa’a.

Address

Nekemte , Infront Of City Auditorium 100 Meters To Katanga Road
Nekemte

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Vision Medium Clinic posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to Vision Medium Clinic:

Shortcuts

Share

Category