30/12/2025
Faayidaa fayyaa ajaa'ibaa Baamiyaa/okraa
1. Sukkaara dhiigaa tasgabbeessuu
2. Qufaa ittisuu fi fooyyessuu
4. Infeekshinii sombaa ni yaala
5. Dhukkuba sukkaaraa ni ittisa
6. Madaa fayyisuuf akkasumas lafeen akka laamshayne gochuuf kan ooludha
7. Antioksidaantii
8. Juicen isaa dhukkubbii qoonqoo qufaa wajjin walqabatu yaaluuf oola
9. Kaansarii garaachaa ittisuu
10. Hir’ina dhiigaa ittisuu
11. Ija fooyyessa
12. Sirna ittisa qaamaa ni fooyyessa
13. Dhukkuba tiruu ni ittisa
14. Dhukkuba onnee fooyyessuu
15. Sadarkaa sukkaara dhiigaa ni to'ata
16. Kolestroolii ni hir'isa
17. Ulfa fayya qabeessa ta'e ni jajjabeessa