Dr.Tolashi Wakgari-MD,PhD

Itinéraire Site Web

Dr.Tolashi Wakgari-MD,PhD Informations de contact, plan et itinéraire, formulaire de contact, heures d'ouverture, services, évaluations, photos, vidéos et annonces de Dr.Tolashi Wakgari-MD,PhD, Médecin, 4 Avenue De L'observatoire, Île-de-france, Paris.
(1)

Carraan kun akka isin jala hin dabarre. Dafaa yeroodhaan galmaa'aa PixeTap Airdrop hunda caalaa qarshii qaba jedhamaa ji...
05/06/2024

Carraan kun akka isin jala hin dabarre. Dafaa yeroodhaan galmaa'aa PixeTap Airdrop hunda caalaa qarshii qaba jedhamaa jiraa. Namoota karaa link isa gadii seenaniif Bonus ni kennama. Akkasumas hiriyyoota keessaniif share gochuudhaan ammuma qarshii hojjadhaa.

Link comment jalaa ni argattu.

Amaloota dhiira dhugaan dubara tokko jaallate irraa mul'atan! Shamarraniif. ○••••••••••••••••••••○••••••••••••••••••○● S...
25/10/2023

Amaloota dhiira dhugaan dubara tokko jaallate irraa mul'atan! Shamarraniif.
○••••••••••••••••••••○••••••••••••••••••○
● Shamarri tokko dhiira hedduudhaan gaafatamuu dandeessi. Akkuma waan ishee jaallatee, guyya guyyaan kan isheef bilbilaa oolus tokkoof lama miti, hedduudha. Afaan isaa mi'eeffatee waan haasa'uuf waan dhugaan ishee jaallate itti fakkaatas ta'a. Dhiironni akkasii muuxannoo waan qabaniif shamarran hedduu faana waan badaa hedduu gochaa oolu. Xiin-sammuu shamarree irratti xiyyeeffatanii sana waan hubataniif, waan ishee gammachiisuu fi abdii itti horu raawwatu. Abshaalummaa isaanii harkaa bahuu hin dandeessu. Erga waan garaa isaa raawwatees dhimma ishee hin qabu. Kun immoo jireenya dubartoota hedduu wantota booressan keessaa isa ijoodha.
○••••••••••••••••••••○••••••••••••••••••••○
Dr.Tolashi Wakgari-MD,PhD

Dubartoonni yeroo wal quunnamtii saa*laa kajeelan mallattoo akkamii agarsiisu?Dubartoonni baay'een yeroo wal-quunnamtii ...
21/10/2023

Dubartoonni yeroo wal quunnamtii saa*laa kajeelan mallattoo akkamii agarsiisu?

Dubartoonni baay'een yeroo wal-quunnamtii saal*aa kajeelan afaanin dubbachuurra mallattoon agarsiisun itti salphata. keessumaa kan biyya keenyaa....

Dubartiin tokko gaafa S£X si waliin raawwachuu feete sosochii qaamaa isheen sitti agarsiiftuun baruu dandeessa. Sochiin qaamaa dubbii afaanii caala ergaa guddaa dabarsuu danda'a.
1. Si ilaaluu
Ija osoo hin libsatiin sirra dhaabuu. Gaafa sana agartuu dhiibuudhaan ija sitti baafti. Hanga ati ishee hin agarretti iji ishee sirraa ol hin jedhu.
2. Oduu sitti odeessuu............

Dr.Tolashi Wakgari-MD,PhD

Turtii Wal quunnamtii Saa*laa Dheeressuuf.•••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••■ Dhiirri tokko wal quunnamtii saa*...
11/10/2023

Turtii Wal quunnamtii Saa*laa Dheeressuuf.
•••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••
■ Dhiirri tokko wal quunnamtii saa*laa irra turuun hedduu isa gammachiisa. Garuu immoo dhiirri akkuma dafee raawwachuuf fiigu dafee quufee keessaa ba'as. Dubartii garuu ergasii fedhiin itti ka'ee, gugguba. Dhiirri fedhii ba'uuf qaama isaa itti seensisee baasuu qofti ga'aadha. Fedhiin dubartootaa garuu wal xaxaadha. Seensisanii baasuu qofti hin ga'u. Wal quunnamtii saal*aa irra turanii jaalallee/haadha warraa ofii fedhii baasanii waliin gammaduuf maloonni armaan gadi kunneen murteessadha.

Dr.Tolashi Wakgari-MD,PhD

Adresse

4 Avenue De L'observatoire, Île-de-france
Paris
75006

Notifications

Soyez le premier à savoir et laissez-nous vous envoyer un courriel lorsque Dr.Tolashi Wakgari-MD,PhD publie des nouvelles et des promotions. Votre adresse e-mail ne sera pas utilisée à d'autres fins, et vous pouvez vous désabonner à tout moment.

Raccourcis

Partager

Catégorie