Gumabsan malee gumanyanu

Gumabsan malee gumanyanu ข้อมูลการติดต่อ, แผนที่และเส้นทาง,แบบฟอร์มการติดต่อ,เวลาเปิดและปิด, การบริการ,การให้คะแนนความพอใจในการบริการ,รูปภาพทั้งหมด,วิดีโอทั้งหมดและข่าวสารจาก Gumabsan malee gumanyanu, อายุรแพทย์โรคหัวใจและหลอดเลือด, Bangkok.

 Haleellaan Qilleensa irraan Maqalee irratti raawwatamuun beekame.        [SQ-Onkoloolessa 20/2021]Haleellaan Qilleensa ...
21/10/2021


Haleellaan Qilleensa irraan Maqalee irratti raawwatamuun beekame.

[SQ-Onkoloolessa 20/2021]

Haleellaan Qilleensa irraan guyyaa har'aa Onkoloolessa 20/2021 Tigiraay magaalaa Maqalee irratti raawwatamuu Rooyitersi gabaasee jira.

Haleellaan Qilleensa irraa torban kana keessa marroo 2ffaaf kan raawwatame yoo tahu guyyaa lama dura haleellaa raawwatameen lubbuun namoota sadii darbuun ni yaadatama.

Haleellaa Qilleensa irraa waraanni Raayyaa Ittisa Biyyaa guyyaa har'aa raawwateen miidhaan qaqqabe ammatti ifa bahuu baatus miidiyaaleen akka gabaasanitti bakka haleellaan kun itti raawwatame bakka meeshaaleen waraanaa itti kuufaman tahuu Ethiopian Current fact check beeksisee jira.

08/10/2021

Guyyaa Ayyaana Irreechaa Magaalaa Bishooftuu Ganda 06 Nannoo Rufa'eel jedhamutti hidhamani jiran...
1. Abdurrahmaan Huseen
2. Tamaam Hajjii
3. Abdurrahmaan Nuraa
4. Shamsuu Junaddin
5. Gosaa Baqqalaa
6. Ibsaa Lataa
7. Araarsaa Batiruu
8. Qalbeessaa Guddataa
9. Faxxanaa Bazzuu
10. Habtaamuu Taayyee
11. Abdullaahii Muussaa
12. Biraanuu Fayyeeraa
13. Getaachoo Alamuu
14. Mujaahid Muhaammad
15. Qachee Bonsaa
16. Misgaanuu Muldhataa
17. Boonaa Gammachuu
18. Zaawudee Hayiluu
19. Lammii Magarsaa
20. Taaddasaa Nugusee
21. Shimallis Taammiraat
22. Olaanaa Guuttataa
23. Taaddasaa Soorsaa
24. Alamuu Baayyuu
25. Tokkummaa Dagaagaa
26. Caalchisaa Taddasaa
27. Gaddafaa
28. Kaasaahun Hayiluu
29. Mirkanee
30. Takkalaanyi Yoonaas
31. Eebbisaa Dirribaa
32. Biqilaa Shaaroo
33. Ayyalaa
34. Abdulaziz Idriis
35. Siisaay Abarraa
36. Dirribaa Tasfaayee
37. Diittaa Tashoomaa
38. Kamaal Waliyyii
39. Tibbeessoo Mi'eessoo
40. Ridwaan Muktaar
41. Huseen H. Amaan
42. Sanyii Iyyaasuu
43. Mudaasir
44. Gammachuu Dajanee
45. Shallamaa Bultii
46. Sisaahu Tasfaayee
47. Maammush Isheetuu
48. Dhufeeraa Taammiraat
49. Lammii Tasfaaw
50. Araarsaa Tarrafaa
51. Qalbeessaa Taayyee
52. Maatiyoos Toonee
53. Boonaa Gammachuu - mataan isaa falaxamee jira
54. Tasfaayee Taammiruu - heddu reebame
55. Taaddalaa Salamoon
56. Dirribaa Guutaa
57. Tolasaa Dinqaa - reebichaan heddu miidhame
58. Birhaanuu Darribee
59. Gaaddisaa Kabbadaa
60. Araarsoo Taakkalaa - heddu reebamee miidhame
61. Habtaamuu Birhaanuu
62. Masfin Yaazoo
63. Asaamminoo Mulaatuu
64. Ganamoo Baabsoo
65. Doojjii Nagaash
66. Soorsaa Kumsaa
67. Caalaa Ifaa
68. Dajanee Goobee
_
Hubachiisa:-
1. Tarreen hidhamtoota siyaasaa Ayyaana Irreechaa kun kan ragaan argame qofa malee kan hidhan 3000 olittii tilmaamamu
2. Dogoggora maqaa yeroo barreeffama harkaatirraa garagalfamu uumamuu maluuf nu hooflachas, sirreeffama

Safuudha ibboo! Kunis baabura qabsoo bilisummaa Oromoo sana irraa bu'eera. Baaburichi garuu numa deema! Hanga galma isaa...
21/09/2021

Safuudha ibboo! Kunis baabura qabsoo bilisummaa Oromoo sana irraa bu'eera. Baaburichi garuu numa deema! Hanga galma isaa gahutti!

Gollichi dhuma isaa akkas abaaramaa taasisa hin seene. Waggaa sadii dura uummati abdii guddoo irra kaahatee ture. Akkas mucucaatee saba gana jedhee kan tilmaame hin jiru. Namatti dhagaa'ama.

 Gurban kun   jedhamti Guyya gaafa Reenfa Jaallan keenyaa Magaalaa Limmuu kossa keessa harkifamee irraatti jippaasiidhan...
30/07/2021


Gurban kun jedhamti Guyya gaafa Reenfa Jaallan keenyaa Magaalaa Limmuu kossa keessa harkifamee irraatti jippaasiidhan irratti sirbiisaa turte tokko ishii kanaadha. kana malees Sagalee guddiistuudhan Ummata kakaasa ture

share godha.

Sirnaa Nugusoota Darbaan Kan H/Sillaasee keessa Hadhaa Abbaa Obboleessa Obboleettii tokkoo Osoo Hafnee Oromoo Wan tahee ...
12/05/2021

Sirnaa Nugusoota Darbaan Kan H/Sillaasee keessa Hadhaa Abbaa Obboleessa Obboleettii tokkoo Osoo Hafnee Oromoo Wan tahee Xiqaa Guddaan Osoo Nafnee Walgaahii Basaanii Oromoo quqaamaa Sabaa qabu Bara San keessa wan Oromoo ja.e qofaaf Femylii irraatii iliilchiisee Rasasaan Kan Fannisee Akkaa Foon Ayyaana Masqaalaatii Ajeessu Turee Arraa kunoo Sirnaa ilmaa isaanii Abiyoot/Zennabuu keessa Oromoon ilmaan Oromoo Saboonummaa qaban Oromummaan isaanii jechaa Akanaatii Harkaa hudduu dubaatii hidhaanii Abbaa torbee qabnee Shanee qabnee jechuun Walgaahii Basaanii Oromiyaa Lixaa Magaalaa Dambii Dolloo keessatii Barataa Akkaa Arkaa jirtaan kanaatii Maatii isaa duraatii Warannii PP Shiftaa Fixaaleeyyii Dhiigaa Namaa qabnee Qeerroo kitiilaa kanaa Rasasaa Akkaa Roobaatii ittii Roobsaanii Ajeessan Jarraa 21Keessa Oromoon Rakkoo Gadaadoo Akkaana Genocide irraatii deemaa jiraa

Raadiyoo kun ergaa harkaa keenya seenee booda jarri irraatti bilbiltee akkaa jette" humnii dabbalataa isiiniif birmaatu ...
20/04/2021

Raadiyoo kun ergaa harkaa keenya seenee booda jarri irraatti bilbiltee akkaa jette" humnii dabbalataa isiiniif birmaatu wan hin jireef warri nagaa tatan lubbuu keessan baafadha" jedhe.
Ergaa gababduu kanarra wan hedduu tilmaamuun nama hin dhibu. Kanafuu ilmaan oromoofi ilmaan sabaa cunqurfamaa sirnaa bututee kana tiksuuf lubbuu keessanin taphachaa jirtaan mootummaa waabii ta'ee madooftu si walanee, dutu si awwaluu akka hin qabnee hubbadha.
Qaallicha Qalma Dide

Aadde Asilii Oromoo dubartii Oromoo Yeroo calqabaaf siyaasaan murtiin du’aa  itti muramee har’a lubbuun jirtu yoomiyyuu ...
20/04/2021

Aadde Asilii Oromoo dubartii Oromoo Yeroo calqabaaf siyaasaan murtiin du’aa itti muramee har’a lubbuun jirtu yoomiyyuu dagachuun hin dandahamu.
Qabsooftuu Saartuu Oromoo kan jedhamtus qabsoo Oromoo keessatti Dirree lolaa irratti kan wareegamte obboleettii Asilii Oromooti.

Qabsoo shamarran Oromoo gaggeessaa turanii fi gaggeessaa jiran haadha warraa Qees Guddinaa Tumsaa Aadde Tsahaay Tolasaa Irraa hanga har’aatti yoomiyyuu hin dagataman.

ที่อยู่

Bangkok

เว็บไซต์

แจ้งเตือน

รับทราบข่าวสารและโปรโมชั่นของ Gumabsan malee gumanyanuผ่านทางอีเมล์ของคุณ เราจะเก็บข้อมูลของคุณเป็นความลับ คุณสามารถกดยกเลิกการติดตามได้ตลอดเวลา

ทางลัด

แชร์