๐™‚๐™–๐™ก๐™˜๐™๐™ช๐™ช ๐™Œ๐™ค๐™˜๐™๐™š๐™š ๐™Ž๐™ค๐™ง๐™จ๐™–๐™–

  • Home
  • ๐™‚๐™–๐™ก๐™˜๐™๐™ช๐™ช ๐™Œ๐™ค๐™˜๐™๐™š๐™š ๐™Ž๐™ค๐™ง๐™จ๐™–๐™–

๐™‚๐™–๐™ก๐™˜๐™๐™ช๐™ช ๐™Œ๐™ค๐™˜๐™๐™š๐™š ๐™Ž๐™ค๐™ง๐™จ๐™–๐™– ๐Œ๐ž๐๐ข๐œ๐š๐ฅ ๐‹๐š๐›๐จ๐ซ๐š๐ญ๐จ๐ซ๐ฒ ๐“๐ž๐œ๐ก๐ง๐จ๐ฅ๐จ๐ ๐ข๐ฌ๐ญโœ”๏ธโœ”๏ธ

31/12/2023

Abbaa keessaan irraa jalqabaa hagaa abbi-kudhaanii 12tti barreesaa mee yoo dandeettan.
Kan kudhaan lamaa dabarsee badhaasaa ni qaba.
fi
ofiile irraโ•

30/12/2023

Man become to a world with out theirs interest action and examination of devil through w/c God had reject from heaven by due to evil hated exposed risk but still now didn't left from human being that devil hated job w/c unimportant before the God and human face.
Devil's Challenge continues
Our hope and victory by name of the God also all challenge of devil & evil also continues.

Akka ajajaa namaa osoo hin taane akka uumamaa kee siif wayyaa anafis akkasuma yaa namanaโ—
26/12/2023

Akka ajajaa namaa osoo hin taane akka uumamaa kee siif wayyaa anafis akkasuma yaa namanaโ—

โœ๏ธ   maali?namoonni baay'en yeroo kiyya seeran itti fayyadame yeroo jedhan argina. garuu   maali gaaffii jettu of hin ga...
19/12/2023

โœ๏ธ maali?
namoonni baay'en yeroo kiyya seeran itti fayyadame yeroo jedhan argina. garuu maali gaaffii jettu of hin gaafatan!
Yeroon , สœแด€ส€'แด€แด€ า“ษช #ส™แดส€แดœ.
Yeroo kiyyatti sirnaa fayyadamee jira gaafa jettu, jireenya guyyaa dhalaatte hojii eegaltee hanga gaafa dulloomte hojii dadhabdeetti gamaaggamuu ykn gilgaaluu si feesisa.
Fkn:-Namicha hiyyeessa maallaqa karaarratti facaasaa/bittinsaa deemu ilaaltee, maali kuni namitti kijibduun, maal gochuu yaaddeti, ofiifuu hin qabduu maaf maallaqa facaafti, borummoo beeloftee hagabuu bulti fi kkf jechuun isa ilaaltee kan guggumtu yoo ta'e isa osoo hin taane situ yerookee gubaa jira.

๐Ÿ‘‰Maalif yoo jette inni maallaqa sana deebisee guurrachuu danda'a ati garuu yeroo achirratti gubde deebistee guurrachuu hin dandeessu.
Social Media kana irratti wanti Attention keenya hatan hedduun jiraatus kan nu fayyadu keessa fudhannee kaan Abbaan akka facaasetti haa guurratuu odoo isumaaf dhiifnee bareeda yaada jedhun qaba.
Waan dubbistaniif galatoomaa!
|ยซยซยซยซยซ|||ยปยปยปยปยป||
Copy from someone means source unknownโœ”๏ธ

Address

Heger Mariam,negele Arsi Oromia Region

GGOMDT

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when ๐™‚๐™–๐™ก๐™˜๐™๐™ช๐™ช ๐™Œ๐™ค๐™˜๐™๐™š๐™š ๐™Ž๐™ค๐™ง๐™จ๐™–๐™– posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to ๐™‚๐™–๐™ก๐™˜๐™๐™ช๐™ช ๐™Œ๐™ค๐™˜๐™๐™š๐™š ๐™Ž๐™ค๐™ง๐™จ๐™–๐™–:

Shortcuts

  • Want your practice to be the top-listed Clinic?

Share