National Hospital Nekemte

National Hospital Nekemte Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from National Hospital Nekemte, Hospital, Oromia, Nekemte.

19/04/2026

Qorannoon kun namoota hedduudhaaf barbaachisa.
Odeeffannoo dabalataaf
0950489044

12/04/2026

'aa_ka'u_baga_geessan

Magaalaa Naqamteetti argamuudhaan hospitaala filannoo jalqabaa ta'uu danda'eera!
08/04/2026

Magaalaa Naqamteetti argamuudhaan hospitaala filannoo jalqabaa ta'uu danda'eera!

05/04/2026

Tajaajila fayyaa ispeeshaalistota muuxannoo olaanaa qabaniin, bakka mijataa fi hawwataatti gatii madaalawaa ta'een sa'a 24 kan argattan Hospitaala Naashinaal Naqamteettidha.

02/04/2026

Qorannoon Endoscopy fi Colonoscopy hospitaala Naashinaal Naqamteetti bor ganama jalqaba (25-27/2018 ALI tti). Namoonni dhibee garaachaa fi mar'ummaanii qabdan qorannoo kana taasifachuun murteessaa waan ta'eef fayyadamaa.
0950489044

26/03/2026

❤️Beellamni qorannoo "Endoscopy" fi "Colonoscopy" marsaa kana Dr Guddaa Mardaasaatiin (hospitaala xiqur anbessaa irraa) namootaa dhibee garaachaa fi marr'ummaanii qabaniif
=====❤❤=====
Hospitaala Naashinaal Naqamteetti taasifamu
==========❤❤=========
25/7/2018 hanga 27/7/2018 tti waan ta'eef warri galmooftan dursitanii akka irratti argamtan jechaa warri hingalmoofne galmaa'uun qorannoo ogeessa olaanaa kanaan kennamu akka fayyadamtan isin beeksifna.
0950489045

22/03/2026


Tajaajila quubsaa gatii madaalawaan kan argattan hospitaala Naashinaalittidha.

Amantoota Musliimaa hundi baga geessan!
20/03/2026

Amantoota Musliimaa hundi baga geessan!

08/03/2026

Bakka ogeessonni ogummaasaanii jallatanii ittiin dalagan
naashinaal

Hospitaalli naashinaal tajaajila kanaan dura kennaa jiru irratti dabaluudhaan talaalli daa'immanii buufata fayyaa calala...
06/03/2026

Hospitaalli naashinaal tajaajila kanaan dura kennaa jiru irratti dabaluudhaan talaalli daa'immanii buufata fayyaa calalaqii waliin ta'uun torbanitti guyyaa tokko bilisaan kennaa jira.
❤kana hubachuun guyyaa kamisaa daa'imman beellama talaallii qaban gara hospitaala naashinaal fiduudhaan talaalli akka hordofsiiftan yeroo isin beeksifnu gammachuutu nutti dhaga'ama.❤

Address

Oromia
Nekemte

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when National Hospital Nekemte posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category